Ulaagaalee

man'ee(wwaan) filatamoof seera gitaa'insa ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Menu Data - Validity - Criteria tab.


Fakkeenyaaf,ulaagaalee kan akka:"Lakkoofsota 1 fi 10 giddu" ykn "Barrruuwwaan arfiilee 20 olii hin qabne" hiiku dandessa.

Heyyami

man'ee(wwaan) filatamoof dirqaqla gitaa'insa cuqaasi.

Ulaagaaleen armaan gadii ni jiru

Haala

Galtee

Gatiiwwaan hunda

Hin daangeffamne.

Lakkoofsa hundaa

Lakkoofsota hundaa qofatu ulaagaan walgita.

Kurnyee

Lakkoofsootni hundi uulaagaan wal gitu.

Guyyaa

Lakkoofsotni hundi ulaagaa sana guutu.Gatiwwaan galan kunis kan isaan dhangaa'aan akkaataa qaaqni itti aanun dhufu waamamunidha.

Yeroo

Lakkoofsotni hundi ulaagaa sana guutu.Gatiwwaan galan kunis kan isaan dhangaa'aan akkaataa qaaqni itti aanun dhufu waamamunidha.

Hangii man'ee

Gatiwwaan hangii man'ee keessati qofa kennaman eeyyama.Hangii man'ee tokko tokkoon ifteessuun,ykn hangii deetaa teessoon maqeessuu,ykn hangiin maqeessuu.Hangiin kunis tari tarjaa ykn tarree man'eewwaani tokkoo of keessaa qabachuu danda'a.Yoo dhangii tarjaawwani ykn tarreewwaani ifteessitee,tarjaa duraa qoofa fayyadamna.

Tarree

Gatiiwwaan ykn diraawwan tarree keessatti eeraman qofa hayyami.Lakkoofsota gatii isaanii madaalun,kanaafuu yoo lakkoofsa 1 tarree keessa galchite,galfanni 100% gitaa'a dha.

Dheerina barruu

Galfata dheerinni isaa ulaagaa kennamee gute.


Man'eewwaan duwwaa hayyami

Wal qabsiisuu Meeshaalee-Argama-Deetaa fashaala'ee mallatteessi, kunis man'eeewwaan duwwaan akkaa deetaa fashalaaweetti(dhaamsameetti) ykn (dandeessifamee)miti.

Tarree filannoo agarsiisi

Shows a list of all valid strings or values to select from. The list can also be opened by selecting the cell and pressing +D.

Galti oliin tartiiba qabsiisi

Tarree filannoo oliin tartiiba qabsiisi akkasumas tarree keessa gingiilchuun baay'isi.Yoo hin mirkaannoofne,tartiiba madda deetaa fudhana.

Madda

Man'ee hangii gatii gita'aa ykn barruu qabate galchi.

Galinsa

Gatinsaa gatii gita'aa ykn diraa barruu qabate galchi.

Deetaa

Oggeejjii wal madaalaa kan itti fayyadamuu barbaaddu galchi. Ogeejjiin jiruus sanduuqa Hayyami ati filattee irratti hunda'a. Yoo "gidduu" ykn "gidduu miti",sanduuqni naqii Gadaantoo fi Olaantooni mul'ata. Kan kanaan alaa,sanduuqotni naqi Gadaantoo, the Olantoo,ykn gatiisa qofa mul'isa.

Gatii

SanduuqaHeyyami keessaa isa filatte gati gata'insaa deetaa dirqalaaf galchi.

Gad'aantoo

Dirqaala gitaa'insaa deeta sanduuqa Heyyamii keessatti filatteef gatii gad'aantoo galchi.

Gad'aantoo

Dirqaala gitaa'insaa deeta sanduuqa Heyyami keessatti filatteef gatii ol'aantoo galchi.