Gurmeessuu
Aduuwwaan ykn gatiwwaaniif gabateewwaan qinxaa gurmeessuun qaaqa Gurmeessuujedhu agarsiisa.
Eegala
Jalqaba gurmeessuu ifteessa.
Ofumaan
Gurmeessuun akka gatii isa xiqqaa irraa eegaluu ifteessa.
Hujeekaan bakka
Akkaa gatii eegala gurmeessuu matakee galchitu ifteessa.
Xumura
Jalqaba gurmeessuu ifteessa.
Ofumaan
Gurmeessuun akka gatii isa guddaa irraatti xumuuramu ifteessa.
Hujeekaan bakka
Akkaa gatii xumura gurmeessuu matakee galchitu ifteessa.
Gurmeessi kanaan
Tokko tokkoon dangaan gurmuu akkataa itti shallagamu gatii hangii ifteessa.
Lakkoofsa guyyoota
Yommuu gatii aduu gurmeessinu lakkoofsa guyyoota gurmeessan ifteessa.
Giddu'u
Yommuu gatii aduu gurmeessinu giddu'u gurmeessa kamii akka ta'e ifteessa.