Gabatee Qiinxaa

Teessuma gabatee qixaan uumamee ifteessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Pivot Table, in the Select Source dialog choose the option Current selection.

Choose Insert - Pivot Table, in the Select Source dialog choose the option Data source registered in LibreOffice, click OK to see Select Data Source dialog.


DataPilot

Qinxaan dirreewwan deetaa akka qabdoowwan harkisuu fi kawuu gabatee qinxaa qindeessuuf dandeesisan agarsiisa.

Teessuma

Teessuma gabatee qinxaa qindeessuuf, qabdoowwan dirree deetaa naannoowwan Dirreewwan Fuulaa, Dirreewwan Tarree, Dirreewwan Tarjaa, fi Dirreewwan Deetaa harkisuu fi kawuu dha. Akkasumas dirreewwan deetaa gabatee qinxaa irra jiru irra deebitee qindeessuf harkisuu fi kawuu filachuu dandeessa.

LibreOffice'n ofumaan qabdoowwan kan naannoo Dirreewwan Deetaatti harkisamanitti goodayyaa dabala.Goodayyaan maqoota dirreewwan deetaa akkasumas formulaa deetaa uume qaba.

fankishiniiwwan Dirreewwan deetaa fayyadamee jijjiiruuf, qabduu nannoo Dirree Deetaa irratti lamcuqaasuudhaan qaaqa Dirree Deetaa bani. Akkasumaas qabdoowwan nannnoo Dirreewwan Tarree ykn Dirreewwan Tarjaa keessa jiraan lacuqaasuu dandeessa.

Dabalaa

Dirqalaalee dabalata Gabatee qinxa qindessuuf fayyadu agarsiisa ykn dhoksa.

Bu'aa

Qindaa'inoota bu'aa gabatee qinxaa agarsiisu ifteessi.

Irraa filachuu

Gabatee gabateeqinxaa ammeetiif naannoo deetaa qabate fili.

Gara bu'aawwanitti

Iddoo bu'aawwaan gabate qinxaa itti agarsiisuu barbaaddu fili.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi

Sajoo Ofegannoo

Yoo iddoon filamee deetaa qabaate,qinxaan deetaa irratti barreessa.Kasaaraa deetaa jiraataa ittisuuf, Qinxaan ofuumaan bakkaa bu'aawwan itti agarsiisu filatu heyyami.


Tarreewwan duwwaa haqi

Madda deetaa keessa dirreewwan duwwaa haqa.

Akaakuuwwan adda baasi

Akka moggaasa tarreetiin ifteessametti tarreewwan moggaasa malee jiran gara akaakuu ol'aantootti ofuumaan ramada.

Tarjaalee ida'amaa

Dabaltoo dunneetii shallaggii tarjaa shallaguun agarsiisa.

Ida'aa tarreewwaani

Dabaltoo dunneetii shallaggii tarree shallaguun agarsiisa.

Gingilchaa dabali

Gabateewwan qinxaa Wardii deetaa irratti hunda'aniif qabdu gingilchaa dabala.

Qaaqa gingilchaa bana.

Urtuu bal'inatti dandeessisi

Filqiiwwaan wanta keessa jiraan agarsiisuuf ykn dhoksuuf sanduuqa filannoo kana filuudhaan moggaasa wantaa gabatee keessaa lama cuqaasi.Qaabiyyeewwaan man'ee gulaaluuf sanduuqa filannoo haquun man'ee gabatee keessaa lama cuqaasi.

Filqiiwwan gabatee keessaa qoruudhaf

Kan armaan gadii keessaa tokko dalagi:

Yoo dirree dirreewwan wal cinaa moggaasa wal fakkaata qabuu lama cuqaaste, qaaqa Filqii Agarsiisi bana:

Filqii Agarsiisi

Filqiiwwan dirree ilaaluu barbaadduu fili.