Madda Fili

Gabatee qinxaa bakkaa itti madda filtu qaaqa bana,itti aansuun gabatee kee uumi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Pivot Table.


Filannoo

Gabatee qinxaaf madda deetaa fili.

Fillannoo ammee

Gabatee qinxaaf man'eewwan filamaan akka madda deetaatti fayyadama.

Sajoo Yaaddannoo

Fillannoo ammmee keessatti, tarjaawwan deetaa gabatee keessa akkuma tarree deetaa jalqabaa lakkoofsa dhangii wal fakkaata fayyadama.


LibreOffice madda deetaa galmaa'ee

Gabatee ykn gaffii kuusdeetaa LibreOffice keessatti galmaa'ee akkaa madda deetaa gabatee qinxaatti fayyadama.

Madda alaantoo/walqunnama

Bani Gabatee Deetaa qaaqaq yeroo deetaa taattoo gulaalu dandeesuudha.

Qaaqa qinxaa