Qooyyaboota Hedduu

Formulaa wal fakkaataa man'eewwan garagaraaif fayyadama, garuu ulaagaa gatiiwwan garagaraatin.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - Multiple Operations.


Dalagaalee baay'ee raawwachuu

Sajoo Yaaddannoo

SanduuqqniTarree ykn Tarjaawabii hammanga man'ee tokkoffaa filatamee qabaachuu qaba.


Sajoo Yaaddannoo

Yoo wardii Qooyyaboota Hedduu Ekseelii Maykiroosooftiitti aleergite, bakki man'ee formulaa of kessaa qabu gutumaan gutuutti sadhaatawaa hamanga deetaatti hiikuu qabda.


Durtiiwwan

Foormulaawwan

Man'eewwan foormulaa qoyyaba baay'ee of keessaa qabaniif wabii man'ee galchi.

Tarree

Gabatee deetaa keessa naqaa wabii man'ee akka jijjiramaa tarreewwanitti fayyadamuu barbaadde galchi.

Tarjaa

Gabatee deetaa keessa naqaa wabii man'ee akka jijjiramaa tarjaawwaniitti fayyadamuu barbaadde galchi.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi