Gingilchaa ol'aanaa

Gingilchaa ol'aanaa qinddeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Data - More Filters - Advanced Filter... .


Gingilchaawwan raawwachuu

Ulaagaalee gingilchaa dubbisi kanarraa

Hammanga moggaafame fili, ykn hammangaa man'ee ulaagaalee itti fayyadamuu barbaaddee of keessaa qabu galchi.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi

Dabalata

Filannoowwan gingilchaa dabalataa agarsiisa.