OfDhangi'aa

Ajajja kana fayyadamuun ofdhangi iddoo wardii filatamee fayyadama ykn Ofdhangiwwan mata keetii ibsuuf.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - AutoFormat.

On the Tools bar, click

Sajoocuqaasi

OfDhangi'aa


Dhangii

Wardii kee keessaati iddoo filatame fayyadamuuf OfDhangii dursee hikame fili.

Dirree Durargii

Durargii filannoo ammee agarsiisi.

Ida'i

Allows you to add the current formatting of a range of at least 4 x 4 cells to the list of predefined AutoFormats. The Add AutoFormat dialog then appears.

Enter a name and click OK.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Maqaa Jijjiira

Opens a dialog where you can change the name of the selected AutoFormat.

The Rename AutoFormat dialog opens. Enter the new name of the AutoFormat here.

Dhangeessuu

Kutaa kana keessaati dirqalaale dhangeessuu jiran filuu ykn filuu dhisuu dandeessa. Yoo qindaa'ina ammaa kamiyyuu wardii kee keessaati eegu barbaddee, dirqalaalee walfakkatu hin filin.

Dhangii Lakkofsaa

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.

Handaaraalee

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.

Bocquu

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.

Sarxaa

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.

Hiriira

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.

Oftaasisaa dagalee fi dheerinaa

Yemmu mallata'ee, lakkoofsa dhangii filatamee irraa deebi'u yoo barbadee ifteessi.