Wardii

Akkaataalee fuulaa ammeen wardiiwwan huundaa keessatti miseensota hammatamuu qabu ifteessa.Dabalata, ajaja dabalata, lakkoofsa fuulaa duraa, fi safara fuulaa qindeessuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Page - Sheet tab.


Maxxansi

Miseensa wardii keessaa kan maxxanfamu hiiki.

Irraantoo tarjaa fi tarree

Irraantoo tarjaa fi tarree maxxansuu akka barbadduu ifteessi.

Tarsaa

Prints out the borders of the individual cells as a grid. For the view on screen, make your choice under - LibreOffice Calc - View - Grid lines.

Yaadota

Yaadannoo wardii kee keesssatti hiikame maxxansa. Wabii man'ee waliin, fuula gara biraa irratti ni maxxanfama.

Objects/images

Wantoota(yoo maxxanfama ta'ee) fi saxaatoo galmee maxxanfama waliin sagamee huundaa of keessaatti hammata.

Taattoowwan

Chartiiwwan wardii keessatti saagde maxxansa.

Miseensota Fakkasa

galmee maxxanfama keessatti miseensota fakkasa huunda of keessatti qabata.

Foormulaawwan

Firiiwwan irraaa formulaa man'eewwan keessatti argamu maxxansa.

Gatiiwwan Duwwaa

Man'eewwan gatii duwwaa kun akka maxxanfamee ifteessi.

Tartiiba fuulaa

Yommuu maxxansaa fuulaa tokkoo irratti taasisuu hin dandenye,tartiiba itti deetaan wardii keessa lakka'amuu fi maxxanfamuu hiika.

Gubbaa gara gaditti,itti aansuun harkaa mirgaa

Tarjaa bitaa irraa gara jalaa wardiitti sarjinaan maxxansa.

Bitaa garaa mirgaatti,itti aansuun garaa gadiitti

Tarree gubbee wardii irraa gara tarjaa mirgaatti sardinaan maxxansa.

Lakkoofsa fuulaa duraa

Yoo fuulli duraa lakkoofsa 1 irraan adda ta'ee irraa akka eegaluu barbaaddee dirqalaa kana fili.

Lakkoofsa fuula duraa galchi.

Safara

Wardii maxxanfameef safara fuulaa hiika.

Halaata safaruu

Select a scaling mode from the list box. Appropriate controls will be shown below the list box.

Alaatti maxxansaa hir'isii/guddisi

Fulaawwan maxxanfaman safaruuf murtibaa safartuu ifteessa.

Murtibaa safartuu

Enter a scaling factor. Factors less than 100 reduce the pages, higher factors enlarge the pages.

Hangii(wwan) maxxansa gara bal'ina/hojjaatti taasisi

Sarjinaan(bal'ina) fi sardinaan(hojjaa)lakkoofsa fuula isaa olaantoo kan tokko tokko wardii akkaataaleen fuulaa ammee itti maxxanfamuu ifteessa.

Bal'inaa fuloota keessatti

Lakkoofsa ol'aantoo fulootaa karaaa sarjinaan maxxansamu galchi.

Hojjaa fuloota keessatti

Lakkoofsa olaantoo fuulootaa karaa sardinaan maxxansamu galchi.

Hangii(wwan) maxxansa lakkoosa fuulootatti taasisi

Lakkoofsa olaantoo fuuloota tokko tokkoon barruu akkataa fuula ammee itti maxxansamuu ifteessa.Safarri akka barbaachiseetti hir'isamuun lakkoofsa fuulootaa hiikame waliin tasifama.

Lakkoofsa guyyoota

lakkoofsa olaantoo fuulootaa maxxansamuuu galchi.