Akkaataa Fuulaa

Qaaqa mul'ina fuulootaa galmee kee keessaa huunda hiiktu bana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Page.


Gurmeessaa

Haalata filatameef dirqaalalee qindeessi.

Fuula

Galmeewwan fuula baaqqee fi bay'eedhaf, akkasumas lakkoofsa kennuu fi dhangiilee waraqaatif teessuma fuulaa akka hiiktu si gargaara.

Handaarawwan

Dirqalawwan handaaraa wantoota filatamani kan barreessaa ykn Calc qindeessa.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Irraantoo

Haalata fuulaa ammeetti irraantoo dabala. Irraanoon naannoo gubbaa muudana fuulaa irraati, iddoo barruu ykn saxaatoo itti dabaluu dandeessu dha..

Jalaantoo

Adds a footer to the current page style. A footer is an area in the bottom page margin, where you can add text or graphics.

Wardii

Akkaataalee fuulaa ammeen wardiiwwan huundaa keessatti miseensota hammatamuu qabu ifteessa.Dabalata, ajaja dabalata, lakkoofsa fuulaa duraa, fi safara fuulaa qindeessuu dandeessa.

Haaromsi

Jijjiiramoota caancala ammeetiif ta'an gara warreen yeroo qaaqni kun banametti hojiirra olanitti haaroomsa. Gaafatni dhugoomsuu yeroo qaaqa cuftu hin mul'atu.