Dagalee tarjaa guutolaa

Tarjaa filameef dagalee guutolaa tarjaa hikaa. Tarjaan dagalee guutolaa galmaa dheeraa tarjaa keessaa irrati hunda'aa. safartuuwwan madalliijiran keessaa filuu dandeessaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Column - Optimal Width.

Double-click right column separator in column headers.


Ida'i

adda fageenya dabalata galumsaa eeraa tarjaa keessaa fi tarjaa handaarawwan sarjaa giduu jiruu ramada.

Gatii Durtii

gutummaa qabeentoota tarjaa agarsiisuuf bal'ina gootala tarjaa hiika. Bal'inni tarjaa gootala adda fageenya dabalata 0.1 waliin duraqinda'aa.