Dheerinawwan tarree guutolaa

Tarreewwan filtamaniif dheerina tarree guutolaa murteessa. Dheerinni guutolaa tarree hammamtaa bocquu kan arfii dheeraa tarree keessaa irratti hundaa'a. safrtuu madaalaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Row - Optimal Height.


Ida'i

Bakka dabalataa gidduu arfii dheraa tarree keessaa fi dangaawwan man'ee jiru qindeessa.

Gatii Durtii

Dheerina guutola tarreetif gatii durtii haaromsa.