Man'eewwaan Dhangeessi

Dirqalaalee dhangeessuu adda addaa akka ifteessitu fi man'eewwan filamanitti amaloota akka fayyadamtuuf si heeyyama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Cells.


Lakkoofsota

Dirqaalawwan dhangeessuu man'e (wwaniif)ifteessi.

Bocquu

Dhangeessuu fi bocquu fayyamuu barbaaddu ifteessi.

Hiriirsama

Sets the alignment options for the contents of the current cell, or the selected cells.

Barreeffama Eeshiyaa

Dirqaalawwan barreeffamaa man'eedhaaf ykn faayilota afaan Eeshiyaa keessaa qindeessa. Afaan Eeshiyaa akka of danda'u argaaruuf, Meeshaalee - Dirqaalawwan - Qindaa'ina Afaani -Afaanoota filii, ittaansuudhaan sanduuqa Dandeessise bal'ina gargaarsa afaan Eeshiyaa keessaa fili. Dirqaalawwan barreeffama Eeshiyaa galmeewwan HTML keessatti gatamaniru.

Handaarawwan

Dirqalawwan handaaraa wantoota filatamani kan barreessaa ykn Calc qindeessa.

Duubbee

Halluu duubbee ykn saxatoo qindeessi.

Hayyisa Man'ee

Man'eewwan filamaniif dirqalaalee ittisaa ramada.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.