Moggaasa Hangii Hiiki

Qaaqa itti moggaasa hangii itti hiikuu dandeessu bana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Named Ranges and Expressions - Labels.


Maqaalee akka teessessuutti beekuu

Qabeentootni man'ee moggaasa hangii akka maqaawwan formuulaa- LibreOffice fayyadamuu danda'a, maqoota kunneen halaa wal fakkaatuun maqaa guyyoota torbanii fi ji'oota duraa hiikameetti fudhata.Yommuu formuulaatti barreessinu, maqootni kun ofumaan xumuramu.Dabalata,maqaan hangii moggaasan hiikame maqaalee ofumaan hangii uumamee hiikamee irra maqaalee moggaasa hangiiwwanin hiikameetu carraa dursu qaba.

Sajoo Yaaddannoo

Wardiiwwan garaa garaa irratti moggaassawwan wal fakkaata kan qabu moggaasa hangiiwwanii qindeessuu dandeessa.LibreOffice'n jalqaba wardii ammeef moggaasa hangiiwwanii barbaada, fi barbaacha kufaa itti aansuun,hangiiwwan wardii gara biraaf.


Hangii

Tokko tokkoo moggaasa hangiif wabii man'ee agarsiisa. Sanduqa tarree keessaa moggaasa hangii haquuf,isa filun fi itti aansuunHaqiicuqaasi.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi

Moggaasota tarjaa of keessatti qabata

Moggaasa hangii ammee keessatti moggaasota tarjaa of keessatti qabata.

Moggaasota tarree of keessatti qabata

Moggaasa hangii ammee keessatti moggaasota tarree of keessatti qabata.

Hangii deetaaf

Moggaasa hangii filamee gitaa'a ta'uu isaaf hangii deetaa qindeessa Kanuma haroomsuuf, wardii keessa cuqaasuunif hangii gara biraa hantuutaan fili.

Suntuursi / Irraanessi

Qooqsi sajoo qaaqa gara hamamtaa dirree naqaatti hir'isa. Kanaafuu wabii wardii irratti mallatteessuuf ni salphata. Sajoon ofumaan sajoo birootti jijjirama. Sajoo Olaansi. Qaaqa hamamtaa isa duraatti deebisanii kuusuf cuqaasi.

Yeroo hantuuteedhaan barruu irratti cuqaastu qaaqni ofumaan xiqqaata. Akkuma ati qabduu hantuutee gad lakkiifteen, qaaqni bakkatti deebi'a akkasumas hangi wabii hantuutee waliin qindaa'e galmee keessatti godayyaa cuquliisaan shoolama.

Sajoo

Suntuuruu

Sajoo

Irraanessi

Ida'i

Tarreetti moggaasa hangii ammee dabali.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.