Idaatuu Progiramingii LibreOffice Calc keesaatif

Sajoo Ofegannoo

Malli Idaatuuwwan Calc armaan gad keessatti ibsameetiin bal'isuu hojiin ala ta'eera. Idaatuuwwan dura jiran waliin akka walsiman mirkaneeffachuuf quunnamoonni ammas gataa'oo fi deeggaramoodha, garuu Idaatuuwwan haaraa saganteessuuf fankishinoota API haaraa fayyadami.


LibreOffice Calc Idaatuuwwaniin, moojuulota saganteessuu alaa wardiiwwaniin hojjachuuf fankishinoota dabalataa kennaniin bal'achuu danda'a. Kanneen Masaka Fankishinii keessaa akaakuu Idaatuu keessatti tarreeffamaniiru. Idaatuu ofuma keetiin saganteessuu yoo barbaadde, Idaatuun milkaa'inaan akka miiltessamu fankishinoota kamtu akka alergame baruu ni dandeessa.

LibreOffice ukaankaa keessatti ida'ii qindaayina keessatti qindaa'e barbaada . LibreOffice dhaan fudhatama argachuuf, amaloota addaa qabaachuu qaba, akka armaan gadii keessatti ibsametti. Odeeffannoon kun keessatti-ida'ii mataa kee akka saganteesitu si gargaara Faankishinii MasakaaLibreOffice Calc.

Yaada Keessatti-Ida'ii

Kuusaan sagantaa keessatti-ida'ii hundi faankishinoota ni kennu. Faankishinootni gariin dhimma bulchiinsaaf oolu. Faankishinoota keetiif maqaa barbaadde filachuu dandeessa. Haa ta'u malee, ulaagaa dabarsuu irratti seeroota barbaachisan hordofuu qaba. Waliigalteewwan maqaa kennuu fi waamuu sirrii hujeffannoowwan adda addaaf tokko miti.

Faankishinootni

Gadaanaatin, faankishinootni bulchiinsaa FaankishiniiLakkaawwiiArgadhu fi FaankishiniiDeetaaargadhuu jiraachuu qaba. Kana fayyadamuun, faankishinootni akkasumas gosootni ulaagaa fi gatiiwwan deebii argamuu danda'u. Akka gatiiwwan deebiitti, gosootni dachaa fi diraa ni deeggaramu. Akka ulaagaaleetti, dabalataan naannoowwan mandhee Waraantoo Dachaa, Waraantoo Diraa, fi Waraantoo Mandhee ni deeggaramu.

Ulaagaaleen wabii fayyadamuun ni dabarfamu. Kanaafuu, jijjiirraan gatiiwwan kanaa bu'uuraan ni danda'amu. Haa ta'u malee, kun LibreOffice Calc dhaan hin deeggaramu sababni isaas wardii waliin hiikkaa hin kennu.

Kuusaaleen sagantaa yeroo figsisaa irra deebi'anii fe'amuu danda'u akkasumas qabeentootni isaanii faankishinoota bulchiinsaan yaadamuu danda'u. Faankishinii tokkoon tokkoof, odeeffannoon lakkaawii fi gosawwan ulaagaalee, maqoolee faankishinoota keessaa fi alaa akkasumas lakkoofsootni bulchiinsaa ni jiraatu.

Fankishiniin hala wal simeen wamuun bu'aawwan hatattaman kenna.Fankishinoota yeroo riyaalii(fankishiniiwwan wal hin simnee) akkasumaa ni dandanda'ama,haata'uu malee,sababa wal xaxoo ta'aaniif baal'inaan hin ibsaman.

Oddeeffannoo walii galaa wa'ee walqunnama

Lakkoofsi olaantoo jijjiiramaa fankishinii idaatoo LibreOffice Calc maxxanfame 16 dha:gatiin deebi'uu tokko fi jijjiiramoota fankishinii olaanoo hanga 15 naqa.

Akaakuuwwan deetaa akkaa armaan gaditti hiikamu:

Akaakuuwwan deetaa

Hiikkoo

CALLTYPE

Foddaawwan: FAR PASCAL (_far _pascal) jala

kan biraa: durtii(durtii gooree sirna dalagaa)

USHORT

Intijeerii bayitii 2 mallattoo hin qabne

DOUBLE

dhangii hujeffannoo-hirkataa bayitii 8

Paramtype

hujeffannoo-hirkataa kan akka int

PTR_DOUBLE =0 qaree gara dachaatti

PTR_STRING =1 qaree gara diraa zeroon dhaabbatutti

PTR_DOUBLE_ARR =2 qaree gara waraantoo dachaatti

PTR_STRING_ARR =3 qaree gara waraantoo diraatti

PTR_CELL_ARR =4 qaree gara waraantoo man'eetti

NONE =5


Fankishiinota

Itti aansuun ibsa fankishinoota kanneenii argachuu dandeessa, kan keessatti waamaman.

Fankishiinota hundaaf, kan armaan gadii ni fayyada:

void CALLTYPE fn(bahaa, naqa1, naqa2, ...)

Bahaa: Gatii argame

Galchii: Lakkoofsa kamiyyuu kan akaakuun (double&, char*, double*, char**, Bal'ina man'ee), iddooBal'inni man'ee waraantoo akaakuu waraantoo dachaa, waraantoo diraa, ykn bal'ina man'ee ti.

GetFunctionCount()

Lakkoofsa fankishinoota taliiga fankishinii hin qabnee kan ulaagaa wabii kenna. Tokkoon tokkoo fankishinii gidduu 0 fi ncount-1 keessa jiran lakkoofsa qofa mataa issaanii qabu. lakkoofsi kun booda fankishinoota GetFunctionData fi GetParameterDescription dhaf ni barbaadama.

Caasima

void CALLTYPE GetFunctionCount(USHORT& nCount)

Ulaagaa

USHORT &nCount:

Bahaa: Jijjiramaatti wabii ta'a, kan fankishinoota Add-In bay'ee akka qabuutti yaadame. Fakkeenyaf: Yoo Add-In fankishinoota 5 LibreOffice Calc dhaf kenne, nCount=5 ta'a.

GetFunctionData()

Infoormeeshiniiwwan babarchisaa wa'ee fankishinii Add-In hunda murteessa.

Caasima

void CALLTYPE GetFunctionData(USHORT& nNo, char* pFuncName, USHORT& nParamCount, Paramtype* peType, char* pInternalName)

Ulaagaa

USHORT& nNo:

Galchii: Lakkoofsa fankishinii gidduu 0 fi nCount-1, hin hammatu.

char* pFuncName:

Bahaa: Maqaa fankishinii akka progiraamariidhan hojjatameetti, akka keessatti moggaafametti.Maqaan kun maqaa Dhullee keessatti fayyadu hin murteessu.

USHORT& nParamCount:

Bahaa: Lakkoofsa ulaagaalee fankishinii AddIn keessaati.Lakkoofsi kun irra gudda 0 ta'uu qaba, sababiin yeroo hundaa gatiin argame ni jira; gatii guddaan 16.

Paramtype* peType:

Bahaa: Qaree gara waraantoo sirrumaan jijjiiramtoota 16 kan akaakuu paramtype.Galchiiwwan nParamCount jalqabaa akaakuuu ulaagaa mijawaatin gutama.

char* pInternalName:

Bahaa: Maqaa fankishinii akka fayyadamaadhan hubatametti, akka Dhullee keessatti mul'ateetti. Umlauts qabaachuu danda'a.

Ulaagaaleen pFuncName fi pInternalName waraantoowwan arfiiti, kan LibreOffice Calc keessatti hammamtaa 256n hojjoome dha.

GetParameterDescription()

Fankishinii Add-In fi ulaagaalee isaatif ibsa gabaabduu kenna. Akka dirqaalatti, fankishiniin kun fankishinii fi ibsa ulaagaa Dhullee keessaa agarsisuu danda'a.

Caasima

void CALLTYPE GetParameterDescription(USHORT& nNo, USHORT& nParam, char* pName, char* pDesc)

Ulaagaa

USHORT& nNo:

Naqaa: Lakkoofsa fankishinii mana kitaabaa keessaa; giduu 0 fi nCount-1.

USHORT& nParam:

Naqaa: Ibsi ulaagaa kamiif akka hojjome eera;ulaagaaleen 1 irraa ka'u. Yoo nParam 0 ta'e ibsi mata isaatin akka pDesc keessatti kennameetti yaadama; haala kanarratti, pName hiika homaatuu hin qabu.

char* pName:

Bahaa: Maqaa ulaagaa ykn akaakuu fudhata, fakkeenyaf, jecha "Lakkoofsa" ykn "Diraa" ykn "Aduu", fi kkf. LibreOffice Calc keessatti akka char[256]tti hojjama.

char* pDesc:

Bahaa: ibsa ulaagaa fudhata, fakkeenyaf, "gatii iddoo marlaaltoon itti shallagamu." LibreOffice Calc keessatti akka char[256]tti hojjooma.

pName fi pDesc waraantoowwan arfiiti. LibreOffice Calc keessatti hammamtaa 256n hojjooma. Hubadhu iddoo duwwaan Dhullee keessatti argamu kan daanga'e fi kanaafuu arfiileen 256 gutuun gutuutti fayyadamuun hin danda'mu.

Bal'inoota man'ee

Gabateewwan armaan gadii odeeffannoo wa'ee caasawwan deetaa kan muraa pirogiraamii alaantootin naannoowwan man'ee murteessuf laatamee qaba. Akaakuu deetaa irratti hundaa'uun, LibreOffice Calc'n waraantoo garagaraa sadi addaan baasa.

Waraantoo Dachaa

Akka ulaagaatti, naannoon man'ee gatiiwwan lakkoofsa/Akaakuu dachaa wajjinii hikamuu danda'u. Waraantoon dachaa LibreOffice Calc keesssaa akka armaan gadiitti hiikama:

Iddooda

Maqaa

Ibsa

0

Col1

Lakkoofsa tarjaa golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

2

Tarree1

Lakkoofsa tarree golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

4

caancala1

Lakkoofsa gabatee golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

6

Col2

Lakkoofsa tarjaa golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

8

Tarree2

Lakkoofsa tarree golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

10

caancala2

Lakkoofsa gabatee golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

12

Lakkaa'i

Lakkoofsa misensota armaan gadii. Man'eewwan duwwaan hin lakkaawwaman ykn ni taramu.

14

Col

Lakkoofsa tarjaa miseensaa. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

16

Tarree

Lakkoofsa tarree miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

18

caancala

Lakkoofsa gabatee miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

20

Dogongora

Lakkoofsa dogongoraa, gatiin 0 akka "Dogongorri hin jiru"tti hiikama. Yoo miseensi man'ee formulaa irraa dhufe gatiin dogongoraa formulaadhan murteeffama.

22

Gatii

Jijjiramaa Iee baayitii 8 kan akaakuu dachaa/ xuqaa Bololi'uu

30

...

Miseensa itti aanu


Waraantoo Diraa

Nannoo man'ee, kan gatiiwwan akaakuu deetaa barruu qabuu fi akka waraantoo diraatti hiikame. Waraantoon diraa LibreOffice Calc keessaa akka armaan gadiitti hiikamu:

Iddooda

Maqaa

Ibsa

0

Col1

Lakkoofsa tarjaa golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

2

Tarree1

Lakkoofsa tarree golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

4

caancala1

Lakkoofsa gabatee golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

6

Col2

Lakkoofsa tarjaa golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

8

Tarree2

Lakkoofsa tarree golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

10

caancala2

Lakkoofsa gabatee golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

12

Lakkaa'i

Lakkoofsa misensota armaan gadii. Man'eewwan duwwaan hin lakkaawwaman ykn ni taramu.

14

Col

Lakkoofsa tarjaa miseensaa. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

16

Tarree

Lakkoofsa tarree miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

18

caancala

Lakkoofsa gabatee miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

20

Dogongora

Lakkoofsa dogongoraa, gatiin 0 akka "Dogongorri hin jiru"tti hiikama. Yoo miseensi man'ee formulaa irraa dhufe gatiin dogongoraa formulaadhan murteeffama.

22

Len

Dheerina dursaa armaan gadii, cufaa baayitii duwwaa dabalachuun.Yoo dheerinni cuufaa baayitii duwwaa gatii qaraa waliin wal qixa ta'ee baayiiinduwwaa lamata dursaatti ida'amuun gatiin guutuun argama.Kanaafuu,Len ((StrLen+2)&~1) fayyadamun shallagama.

24

Dursaa

Dursaa Cuufaa baayitii duwwaa waliin

24+Len

...

Miseensa itti aanu


Waraantoo man'ee

Waraantoowwan man'ee nannoowwan man'ee barruu akkasumaas lakkoofsota qabate wamuuf fayyada.Waraantoo man'ee LibreOffice Calc akka armaan gaditti hiikama:

Iddooda

Maqaa

Ibsa

0

Col1

Lakkoofsa tarjaa golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

2

Tarree1

Lakkoofsa tarree golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

4

caancala1

Lakkoofsa gabatee golee gubbaa-bitaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

6

Col2

Lakkoofsa tarjaa golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

8

Tarree2

Lakkoofsa tarree golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

10

caancala2

Lakkoofsa gabatee golee jala-mirgaa kan bal'ina man'ee keessaati; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

12

Lakkaa'i

Lakkoofsa misensota armaan gadii. Man'eewwan duwwaan hin lakkaawwaman ykn ni taramu.

14

Col

Lakkoofsa tarjaa miseensaa. Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

16

Tarree

Lakkoofsa tarree miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

18

caancala

Lakkoofsa gabatee miseensaa; Lakkoofsa kennuun 0 irraa eegala.

20

Dogongora

Lakkoofsa dogongoraa, gatiin 0 akka "Dogongorri hin jiru"tti hiikama. Yoo miseensi man'ee formulaa irraa dhufe gatiin dogongoraa formulaadhan murteeffama.

22

Akaakuu

Akaakuun qabeenya man'ee, == Dachaa, 1 == Diraa

24

Gatii ykn Dheerina

Yoo akaakuun == 0:8 baayitii IEEE jijjirama akaakuu dachaa/tuqaa bololi'aa

Yoo akaakuun == 1: dheerinni dursaa armaan gadii,baayitii duwwaa cufaa dabalachuun.Yoo dheerinni baayitii duwwaa cufaa gatii qaraa waliin wal qixaa ta'ee baayitii duwwaa lammataa dursaatti ida'amuun kanaafuu gatii gutuu argamsiisa.Kanaafuu,dheerinni ((StrLen+2)&1) fayyadamuun shallagama.

yoo akaakuun==1 26

Dursaa

Yoo akaakuun == 1: dursaan baayitii cufaa duwwaa waliin

32 ykn 26+Len

...

Miseensa itti aanu