Faankishinoota Wardii

Kutaan kun ibsa faankishinoota Wardii fakkeenyota wajjiin of keessatti qabata.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dalaga - Akaakuu Wardii


[text/scalc/01/func_error_type.xhp#error_type_head not found].

Returns a number representing a specific Error type, or the error value #N/A, if there is no error.

ADDRESS

Haala lakkoofsota tarree fi tarjaa adda ba'aaniitiin, teessoo (wabii) mandhee akka barruutti kenna.teessoon akka teesssoo sirriitti(fakkeenyaaf $A$1 ) hiikamuu isaa ykn akka teessoo birqabaatti(akka Al) ykn akkaataa walmakaan(A$1 or $A10 murteessuu ni dandeessa .maqaa wardiis adda baasuu ni dandeessa.

Walkeessa hojeechuuf faankishinootni TEESSOO fi SHAFFAXA ulaagaa dirqalaa teessoo R1C1 bakka beekamaa A1 ta'usaa ifteessuuf yaadannoo deeggarsaa kennuuf fayyada.

TEESSOO keessatti, ulaagaan akka ulaagaa arfaffaatti saagama, maqaan dirqalaa ulaagaa wardii gara qubannoo shanaffaatti hiqsama.

SHAFFAXA keessatti, ulaagaan akka ulaagaa lammafaatti dabalama.

Fankishinoota lamaanuu keessatti, yoo qajeelfamni gatii o waliin saagame, yaadannoon R1C1 ni fayyada. Yoo qajeelfamni hin kennamne ta'e ykn gatii o tin ala qabaate, yaadannoon A1 ni fayyada.

Dubbii yaadannoo R1C1 keessatti, TEESSOOn mallattoo raajeffannoo '!' fayyadamuun diraa teessoo akka footuu maqaa wardiitti deebisa, akkasumas SHAFFAXAAn akka wardii maqaa footuutti mallattoo raajeeffannoo eega. Faankishinootni lachanuu ammallee tuqaa '.' akka maqaa footuu wardiitti yaadannoo A1 fayyadamu.

When opening documents from ODF 1.0/1.1 format, the ADDRESS functions that show a sheet name as the fourth parameter will shift that sheet name to become the fifth parameter. A new fourth parameter with the value 1 will be inserted.

Yeroo galmee dhangii ODF 1.0/1.1 keessatti kuufamu, yoo faankishiniin TEESSOO ulaagaa arfaffaa qabaate, ulaagaan sun ni haqama.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo faankishiniin TEESSOO ulaagaa arfaffaa haaraa gatii 0 waliin faayidaa kenne, dhangii durii ODF 1.0/1.1 irratti wardii hin kuusiin.


Sajoo Yaaddannoo

Faankishinii SHAFFAXAA gara dhangii ODF 1.0/1.1 hin jijjiiriin kuufama. Yoo ulaagaan lammaffaa hin jiraatiin, foyya'aan durii Calc faankishinii kanaaf dogoggora deebisa.


Caasima

TEESSOO(Tarree ; Tarjaa ; Abs;A1; "Wardii")

Tarree lakkoofsa tarree wabii mandheetiif bakka bu'a

Tarjaan wabii mandheef lakkoofsa tarjaa bakka buusa (qubicha osoo hin taane, lakkoofsicha)

Absn gosa wabii murteessa:

1: ($A$1)sirrii

2: gosni wabii tarree sirriidha; wabiin tarjaa birqabadha (A$1)

3: tarree (birqaba); tarjaa (sirrii) ($A1)

4: birqaba (Al)

A1 (dirqalee) - 0 tti yoo qindaa'e, yaadannoon R1C1 ni fayyada. Yoo ulaagaan kun hin jiru ta'e ykn gatii 0 tiin alatti qindaa'e, yaadannoon A1 ni fayyada.

Wardiin maqaa wardii bakka bu'a. mallattoo waraabbii keessa taa'uu qaba

Fakkeenya

=ADDRESS(1;1;2;"Wardii2") Wardii2.A$1 armaan gadii deebisa.

AREAS

Lakkoofsa hangiiwwan dhuunfaa kan hangii hedduu ta'e deebisa. Hangiin mandheewwan walitti aanan ykn mandhee qeenee qabata.

Faankishiinin qajeelfama tokko qofa eega. Yoo hangii hedduu ibsite, golbee lakkuu dabaltaa keessa isaan kaa'uu qabda. Hangiiwwan hedduun bufata xinnaa (;) fayyadamuun akka ooftuutti galfamuu danda'u, garuu kun ofumaan gara ogeejjii dalduufaa (~) tti jijjiirama. Dalduufaan hangiiwwan walqbsiisuuf fayyada.

Caasima

AREAS(Wabii)

Wabiin wabii mandhee ykn hangii mandhee bakka bu'a.

Fakkeenya

=AREAS(A1:B3;F2;G1) akka man'eewwan sadiif fi/ykn bal'inootaaf wabii ta'etti, 3 deebisa.

=AREAS(All) yoo naannoo maqaan isaa Hunda jala Hangii - Deetaa ibsu ibsiteetta ta'e 1 deebisa.

CHOOSE

Tarree gatiiwwan hanga 30 keessaa gatii deebisuuf kasaa fayyadama.

Caasima

CHOOSE(Kasaa; Gatii1; ...; Gatii30)

Kasaan wabii ykn lakkoofsa 1 fi 30 gidduu gatii kamtu tarree keessaa akka fudhatamuu qabu mul'isudha.

Value1, Value2, ..., Value30 is the list of values entered as a reference to a cell or as individual values.

Fakkeenya

=CHOOSE(A1;B1;B2;B3;"Har'a";"Kaleessa";"Boru"), fakkeenyaf, qabeentoon mandhee B2 A1=2 dhaaf; A1=4 dhaaf, deebisa faankishiniin barruu "Har'a" deebisa.

COLUMN

Lakkoofsa tarjaa wabii man'ee kenna. Yoo wabiin mandhee ta'e lakkoofsi tarjaa mandhichaa ni deebi'a; yoo ulaagaan naannoo mandhee ta'e, lakkoofsonni tarjaa waraantoo tarree-baaqqee keessatti kan kennamu yoo foormulaan akka foormulaa waraantootti galeera ta'e. Yoo faankishiniin COLUMN naannoo ulaagaa wabii keessa jiru foormulaa waraantoof hin fayyadne ta'e, lakkoofsi tarjaa mandhee jalqabaa naannoo sana keessa jiru qofti ni murtaa'a.

Caasima

COLUMN(Wabii)

Wabiin wabii mandheef ykn naannoo mandhee lakkoofsi tarjaa jalqabaa barbaadamuu qabuuti.

Yoo wabiin tokkoyyu hin seenne ta'e, lakkoofsi tarjaa mandhee foormulaan keessa seene ni argama. LibreOffice Calciin wabii ofumaan gara mandhee ammeetti qindeessa.

Fakkeenya

=COLUMN(A1) walqixa 1. Tarjaa A n gabatee keessatti tarjaa jalqabaati.

=COLUMN(C3:E3) walqixa 3. Tarjaa C n gabatee keessatti tarjaa sadaffaadha.

=COLUMN(D3:G10)n 4 kenna sababni isaas tarjaa D n gabatee keessatti tarjaa afraffaadha dabalataan immoo faankishiniin TARJAA akka foormulaa waraantootti hin fayyadne. (Haala kana keessatti, gatiin waraantoo inni jalqabaa yeroo hunda akka firiitti fayyada.)

{=COLUMN(B2:B7)} fi =COLUMN(B2:B7) lamaan isaaniiyyu 2 kennu sababni isaas wabiin tarjaa B qofa akka tarjaa lammaffaa gabatee keessaatti of keessatti qabata. Naannoon tajaa-qeenxee lakkoofsa tarjaa tokko qofa waan qabuuf, foormulaan akka foormulaa waraantootti yoo fayyades fayyaduu baates garaagarummaa hin uumu.

=COLUMN()n yoo foormulaan tarjaa C keessa galeera ta'e 3 kenna.

{=COLUMN(Hilleenttii)} yoo hilleensi maqaa naannoo (C1:D3)tti mogga'e ta'e waraantoo tarree-qeenxee (3, 4) kenna.

COLUMN

Lakkoofsa tarjaawwanii wabii kenname keessa jiran deebisa.

Caasima

COLUMNS(Waraantoo)

Waraantoon hangii mandhee lakkoofsi tarjaawwan isaa hundi barbaadamuu qabuuf wabiidha. Qajeelfamni mandhee qeenxees ta'uu ni danda'a.

Fakkeenya

=COLUMN(B5)n 1 kenna sababni isaaas mandheen tokko tarjaa tokko qofa qabata.

=COLUMN(A1:C5) walqixa 3. Wabiin tarjaawwan sadii of keessatti qabata.

=COLUMNS(Hilleensi) yoo Hilleensa maqaa hangiitti moggaafame yoo ta'e (C1:D3) 2 deebisa.

DDE

Firii walqabsiisa DDE-irratti hundaa'e deebisa. Yoo qabeentotni hangii walqabatanii ykn kutaa jijjiiraman, gatiin deebi'es ni jijjiirama. Walqabsiitota haaromfaman ilaaluuf wardii irra deebitee fe'uu ykn Gulaali - walqabsiistota filachuu qabda.Walqabsiistonni gulantiyyaa-qaxxaamuraa, fakkeenyaaf LibreOffice galmee maashina Linux irratti uumame maashina foddaawwanii irraatti ijaarsa adeemsisuun, eeyyamamaa miti.

Caasima

DDE("Kaadimaa"; "Faayilii"; "Hangii"; Haalata)

Server is the name of a server application. LibreOffice applications have the server name "soffice".

Faayiliimaqaa guutuu faayiliiti, karaa itti baramu dabalatee.

Hangiin bakka deetaa gamaggamamuu qabu qabate dha.

Haalataulaagaa filannoo mala kaadimaan DDE deetaa isaa gara lakkofsaatti ittiin jijjiiru to'atudha.

Haalata

Galtee

0 ykn dhiisuu

Dhangii lakkoofsaa kan "Durtii" haala mandhee

1

Ingiliffa US tiif deetaan yeroo hundumaa dhangii waltaawaadhaan hiikama.

2

Deetaan akka barruutti walitti qabamu; jijjiiramni lakkoofsota irratti hin raawwatu.


Fakkeenya

=DDE("soffice";"c:\office\document\data1.ods";"sheet1.A1") reads the contents of cell A1 in sheet1 of the LibreOffice Calc spreadsheet data1.ods.

=DDE("soffice";"c:\office\document\motto.odt";"Today's motto") returns a motto in the cell containing this formula. First, you must enter a line in the motto.odt document containing the motto text and define it as the first line of a section named Today's Motto (in LibreOffice Writer under Insert - Section). If the motto is modified (and saved) in the LibreOffice Writer document, the motto is updated in all LibreOffice Calc cells in which this DDE link is defined.

ERRORTYPE

Lakkoofsa gatii dogongoraa man'ee biroo keessatti mul'atu waliin walsimu kenna. Gargaarsa lakkoofsa kanaatiin, barruu ergaa dogoggoraa umuu ni dandeessa.

If an error occurs, the function returns a logical or numerical value.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo mandhee dogondora qabu cuqaaste Kaballi Haalojii LibreOffice irraa lakkaddaa dogongoraa dura ibsame mul'isa.


Caasima

ERRORTYPE(Wabii)

Wabiin teessoo mandhee dogongorri keessatti uumamu of keessatti qabata.

Fakkeenya

Yoo mandheen A1 Err:518 mul'ise, faankishiniin =ERRORTYPE(A1) lakkoofsa 518 kenna.

GETPIVOTDATA

Faankishiniin GETPIVOTDATA Gabatee Qiinxaa irraa firii gatii deebisa. Gatichi maqaawwan dirree fi wantaa fayyadamuudhaan teessoon isaa barama, Yoo teessumni Gabatee Qiinxaa jijjiirame gatii qabeessa ta'ee tura.

Caasima

Ibsoonni caasimaa garaagaraa lama fayyadamamuu danda'u:

GETPIVOTDATA(DirreeGaltee; GabateeQiinxaa; [ Dirree 1; Wanta 1; ... ])

GETPIVOTDATA(GabateeQiinxaa; Hanqinoota)

Yoo sirriitti ulaagaaleen lama kennaman caasimni lammaffaan, ulaagaan isaa tokkoffaa mandhee ykn wabii hangii mandhee ta'e ni tilmaamama. Caasimni tokkoffaan haalota biroo hunda keessatti ni tilmaamama. Masakni Faankishinii caasima tokkoffaa agarsiisa.

Caasima Tokkoffaa

DirreenGaltee diraa dirreewwan deetaa gabatee qiinxaa tokko filatudha. Diraan maqaa tarjaa maddaa ta'uu danda'a, ykn maqaa dirree deetaa akka gabatee (like "Sum - Sales") keessatti agarsiifameetti.

GabateenQiinxaa mandhee ykn hangii mandhee Gabatee Qiinxaa wajjiin qubate ykn gabatee Gabatee qiinxaa qabatuudhaaf wabiidha. Yoo hangii mandhee gabateewwan Gabatee Qiinxaa hedduu qabaate, gabateen dhuma irratti uumame ni fayyadamama.

Yoo Dirree n / Item n dachaan hin kennamne ta'e, dabaltoon dunneetii ni deebi'a. Yoo ta'uu baate, cimdiin hundi ittisa firiin guutuu qabu ida'a. Dirreen n maqaa wantaa Gabatee qiinxaa irraati. Maalimaan n maqaa maalimaa dirree sana irraati

Yoo gabateen Gabatee Qiinxaa gatii firii qeenxee hanqinoota hunda guutu qofa qabaate, ykn hundamta xiqqaa gatiiwwan walsimatan hunda goolabu, firiin sun ni deebi'a. Yoo firiin walsimatu hin jiru ta'e, ykn tokko hedduu hundamta xiqqaa hin qabne ta'e, dogongorri ni deebi'a. Haalotni kun firiiwwan Gabatee Qiinxaa keessatti hammatamanitti hojii irra oola.

Yoo maddi deetaa galiinsawwan qiindaa'ina Gabatee Qiinxaadhaan dhokatan qabaate, isaan ni dhiifamu. Taartibni cimdii Dirree/Wanta barbaachisaa miti. Maqaawwan dirree fi wantaa qub-sukaanaawoo miti.

Yoo dirree fuulaaf ittisni hin kennamne ta'e, gatiin dirree filatame haala gaariin faayidaa irra oola. Yoo dirree fuulaaf ittisni kenname, gatii dirree filatame wajjiin walsimachuu qaba, ykn dogongorri ni kennama. Dirreewwan fuulaa harka bitaa gara olii Gabatee Qiinxaa, naannoo "Dirreewwan Fuulaa" qaaqa teessuma Gabatee Qiinxaadhaan baay'atanidha. Dirree fuulaa hunda irraa, wanti(gatiin) filatamuu ni danda'a, kana jechuun wanta sana qofatu shallaggii keessatti hammatama.

Gatiiwwan hundamta xiqqaa Gabatee Qiinxaa irraa yoo faankishinii "auto" fayyadaman qofa fayyadamamu (yeroo ittisa keessatti adda ba'e irraa kan hafe, Caasima Lammaffaa below) armaan gadii ilaali.

Caasima Lammaffaa

Gabateen Qiinxaa akka caasima tokkoffaa keessaatti hiikkaa wal fakkaataa qaba.

Ittisamoonni tarree iddoo-adda ba'edha. Galiinsonni waraabbii (mallattoo waraabbii qeenxee) keessa taa'uu danda'u. Diraa mandhee biraa irraa yoo wabeessiteen ala, diraan hundi waraabbiiwwan (mallattoo waraabbi dachaa) keessatti hammatamuu qabu.

Galiinsota keessaa tokko maqaa dirree deetaa ta'uu ni danda'a. Yoo Gabateen Qiinxaa dirree tokko qofa qabaate maqaan dirree deetaa ni dhiisama, ta'uu baannaan jiraachuu qaba.

Tokko tokkoon galiinsota biroo ittisamoota uunkaField[Item] (arfiiwwan jargiffa wajjiin [ fi ]), ykn Item yoo maqaan wantaa dirreewwan hunda Gabatee Qiinxaa keessatti fayyadamaman keessatti adda ta'e adda baasa.

Maqaan faankishinii uunka Dirree[Wanta;Faankishinii], ittisama gatiiwwan hundamta xiqqaa faankishini sana fayyadamu wajjiin akka waal simatu taasisu keessatti ida'amuu danda'a. Maqaan faankishinii danda'amu Ida'uu, Lakkaawuu, Gidduugala, Guddaa, Xiqqaa, Baay'ataa, Lakkaawuu (Lakkoofsota qofa), StDev (Fakkeenya), StDev (Baay'ina), Var (Fakkeenya), fi Varp (Baay'ina), qub-sukaanaa'aa kan hin taane.

HLOOKUP

Mandheewwan naannoo filatamee gad jiraniif gatii fi wabii barbaada. Faankishiniin kun tarreen jalqabaa waraantoo gatii murtaa'e qabaachuu isaa mirkaneessa. Faankishinichi ni deebisa sana booda gatiin tarree waraantoo keessaa, Kasaa tarjaa wal fakkaatu, keessatti moggaafama.

The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

Caasima

HLOOKUP(SearchCriterion; Array; Index; Sorted)

See also: VLOOKUP (columns and rows are exchanged)

Man'ee Duwwaa qabuu

HYPERLINK

Yeroo mandhee faankishinii HYPERLINK qabatu cuqaastu, geessituun ni banama.

Yoo ulaagaa barruu mandhee dirqalaa fayyadamte, foormulaan URL qubachiisa, sana boodas barruu mul'isa.

Sajoo Qaxxee

Mandhee geessifame gabatee cuqoo wajjiin banuuf, mandhee filadhu, haalata gulaallii galchuuf F2 dhiibi, qaree fuldura geessituu jiru hiiqsi, Shift+F10 dhiibi, fi sana booda Geessituu Bani fladhu.


Caasima

HYPERLINK("URL") ykn HYPERLINK("URL"; "BarruuMandhee")

URLn galtee walqabsiiftuu adda baasa. Ulaagaan BarruuMandhee dirqalaa barruu mandhee keessatti mul'atee fi firii faankishinii dha. Yoo ulaagaan BarruuMandhee adda hin baane ta'e, URLiin barruu mandhee fi firii faankishinii keessatti mul'ifama

Mandheewwan duwwaa fi maalimoota tareentaaf lakkoofsi 0 deebi'a.

Fakkeenya

=HYPERLINK("http://www.example.org") yeroo cuqaafamu barruu "http://www.example.org" mandhee keessaa ni mul'isa dabalataanis geessituu http://www.example.org hojii irra oolcha.

=HYPERLINK("http://www.example.org";"Click here") yeroo cuqaafamu barruu "as Cuqaasi" kan mandhee keessa jiru mul'isa dabalataanis geessituu http://www.example.org hojii irra oolcha.

=GEESSITUU("http://www.example.org";12345) lakkoofsa 12345 agarsiisa fi yeroo cuqaasamu geessituu http://www.example.org bana.

=HYPERLINK($B4) yeroo mandheen B4 http://www.example.org qabatu. Faankishinichi http://www.example.org URLii mandhee geessituutti dabalee barruu walfakkaataa akka firii foormulaatti gargaaru deebisa.

=HYPERLINK("http://www.";"Click ") & "example.org" yeroo cuqaasamu barruu example.org Cuqaasi jedhu kan mandhee keessa jiru mul'isa dabalataanis hyperlink http://www.example.org hojii irra oolcha.

=HYPERLINK("#Sheet1.A1";"Go to top") barruu gara olii deemi jedhu mul'isa dabalataanis mandhee Wardii1.A1 galmee kanna keessa jirutti utaala.

=HYPERLINK("file:///C:/writer.odt#Specification";"Go to Writer bookmark") displays the text "Go to Writer bookmark", loads the specified text document and jumps to bookmark "Specification".

INDEX

INDEXn cita hangii, lakkoofsa tarree fi tarjaadhaan adda ba'e, ykn kasaa hangii dirqaalee deebisa. Halqara irratti hundaa'uudhaan, INDEXn wabii ykn qabeentaa deebisa.

Caasima

INDEX(Wabii; Tarree; Tarjaa; Hangii)

Wabiin wabii, kallattiidhaan ykn maqaa hangii adda baasuudhaan galudha. Yoo wabiin hangiiwwan hedduu qabaate, wabii ykn maqaa hangii cuftuu keessa galchuu qabda.

Tarreen (dirqaalee) kasaa tarree hangii wabii, gatiin kennamuufii bakka bu'a. Yeroo zeeroo (tarreen adda ba'e hin jiru) tarreewwan wabii ta'an hundi ni deebi'u.

Tarjaan (dirqaalee) kasaa tarjaa hangii wabii, gatiin kennamuufii bakka bu'a. Yeroo zeeroo (tarjaan adda ba'e hin jiru) tarjaawwan wabii ta'an hundi ni deebi'u.

Hangiin (dirqaalee) yoo hangii hedduu agarsiisaa jira ta'e kasaa cita hangii bakka bu'a.

Fakkeenya

=INDEX(Prices;4;1) tarree 4 fi tarjaa 1 hangii kuusdeetaa Deetaa - Ibsi akka Gatiiwwaniitti keessatti ibsame irraa gatii deebisa.

=INDEX(SumX;4;1) returns the value from the range SumX in row 4 and column 1 as defined in Sheet - Named Ranges and Expressions - Define.

=INDEX(A1:B6;1) tarree jalqabaa A1:B6 dhaaf wabii deebisa.

=INDEX(A1:B6;1) tarjaa jalqabaa A1:B6 dhaaf wabii deebisa.

=INDEX((multi);4;1) indicates the value contained in row 4 and column 1 of the (multiple) range, which you named under Sheet - Named Ranges and Expressions - Define as multi. The multiple range may consist of several rectangular ranges, each with a row 4 and column 1. If you now want to call the second block of this multiple range enter the number 2 as the range parameter.

=INDEX(A1:B6;1;1) gatii harka bitaa gara olii hangii A1:B6 keessa jiru agarsiisa.

=INDEX((multi);0;0;2) hangii lammaffaa hangii hedduudhaaf wabii kenna.

INDIRECT

wabii diraa barruutiin adda ba'e kenna. Faankishiniin kun naannoo diraa walfaakkatu kennuufis ni gargaara.

Walkeessa hojeechuuf faankishinootni TEESSOO fi SHAFFAXA ulaagaa dirqalaa teessoo R1C1 bakka beekamaa A1 ta'usaa ifteessuuf yaadannoo deeggarsaa kennuuf fayyada.

TEESSOO keessatti, ulaagaan akka ulaagaa arfaffaatti saagama, maqaan dirqalaa ulaagaa wardii gara qubannoo shanaffaatti hiqsama.

SHAFFAXA keessatti, ulaagaan akka ulaagaa lammafaatti dabalama.

Fankishinoota lamaanuu keessatti, yoo qajeelfamni gatii o waliin saagame, yaadannoon R1C1 ni fayyada. Yoo qajeelfamni hin kennamne ta'e ykn gatii o tin ala qabaate, yaadannoon A1 ni fayyada.

Dubbii yaadannoo R1C1 keessatti, TEESSOOn mallattoo raajeffannoo '!' fayyadamuun diraa teessoo akka footuu maqaa wardiitti deebisa, akkasumas SHAFFAXAAn akka wardii maqaa footuutti mallattoo raajeeffannoo eega. Faankishinootni lachanuu ammallee tuqaa '.' akka maqaa footuu wardiitti yaadannoo A1 fayyadamu.

When opening documents from ODF 1.0/1.1 format, the ADDRESS functions that show a sheet name as the fourth parameter will shift that sheet name to become the fifth parameter. A new fourth parameter with the value 1 will be inserted.

Yeroo galmee dhangii ODF 1.0/1.1 keessatti kuufamu, yoo faankishiniin TEESSOO ulaagaa arfaffaa qabaate, ulaagaan sun ni haqama.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo faankishiniin TEESSOO ulaagaa arfaffaa haaraa gatii 0 waliin faayidaa kenne, dhangii durii ODF 1.0/1.1 irratti wardii hin kuusiin.


Sajoo Yaaddannoo

Faankishinii SHAFFAXAA gara dhangii ODF 1.0/1.1 hin jijjiiriin kuufama. Yoo ulaagaan lammaffaa hin jiraatiin, foyya'aan durii Calc faankishinii kanaaf dogoggora deebisa.


Caasima

INDIRECT(Ref; A1)

Ref wabii mandheefii ykn naannoo( bifa barruutiin taa'e) qabeentota deebisuufi qabnuuf bakka bu'a.

A1 (dirqalee) - 0 tti yoo qindaa'e, yaadannoon R1C1 ni fayyada. Yoo ulaagaan kun hin jiru ta'e ykn gatii 0 tiin alatti qindaa'e, yaadannoon A1 ni fayyada.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo wardii Ekseelii teessoo kallattiin alaa faankishinoota diraa irraa shallagame fayyadamu bante, teessoon wardii ofiin hin hiikamu. Fakkeenyaaf, teessoon Ekseelii INDIRECT("filename!sheetname"&B1) keessaa gara teessoo Calc INDIRECT("filename.sheetname"&B1) keessa jiruutti hin jijjiiramu.


Fakkeenya

Yoo A1 akka wabiitti C108 of keessatti qabaatee fi mandheen C108 gatii 100 qabaate =INDIRECT(A1) 100 waliin wal qixa ta'a.

=SUM(INDIRECT("a1:" & ADDRESS(1;3))) mandheewwan naannoo A1 keessa jiranii hanga mandhee teessoon isaa tarree 1 fi tarjaa 3n ibsametti hundamteessa. Kana jechuun naannoon A1:C1 hundamtaa'eera.

yoo mandheen A1 wardii 2 keessa jiru gatii -6 qabaate, faankishinii B2 keessa jiru fayyadamuudhaan =ABS(INDIRECT(B2)) galchitee mandhee wabii ta'e kallattiin ala ilaaluu ni dadeessa.Firiin gat sirrii wabii mandhee B2 keessatti adda ba'edha, akkaataa kanaan 6 dha.

LOOKUP

Returns the contents of a cell either from a one-row or one-column range. Optionally, the assigned value (of the same index) is returned in a different column and row. As opposed to VLOOKUP and HLOOKUP, search and result vector may be at different positions; they do not have to be adjacent. Additionally, the search vector for the LOOKUP must be sorted ascending, otherwise the search will not return any usable results.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo LOOKUP ulaagaa barbaachaa argachuu dadhabe, gatii guddaa kalqabee barbaachaa kan ulaagaa barbaachaa wajjiin walqixa ykn irra xiqqaa ta'e waliin wal simata.


The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

Caasima

LOOKUP(UlaagaaBarbaachaa; KalqabeeBarbaachaa; KalqabeeFirii)

UlaagaanBarbaachaa gatii barbaadamuu qabudha; kallattiidhaan ykn akka wabiitti galeera.

KalqabeenBarbaachaa bal'ina tarree-qeenxee ykn tarjaa-qeenxee barbaadamuuf jirudha.

KalqabeenFirii hangii tarree-qeenxee ykn tarjaa-qeenee biraa firiin faankishinii irraa fudhatamudha. Firiin mandhee kalqabee firii kasaa walfakkaataa akka miseensa kalqabee barbaachaa keessaa argameedha.

Man'ee Duwwaa qabuu

Fakkeenya

=LOOKUP(A1;D1:D100;F1:F100) Lakkoofsa A1 keessa galchiteef hangii D1:D100 keessaa mandhee barbaada. Miseensa argameef, kasaan murtaa'eera, fakkeenyaaf, mandhee 12ffaa hangii kana keessaa. Sana booda, qabeentotni mandhee 12ffaa akka gatii faankishinii (kalqabee firii keessaatti) deebi'u.

MATCH

Qubannoo birqabaa wanta waraantoo keessa jiruu kan gatii adda ba'e wajjiin walsimatu kenna. Faankishinichi qubannoo gatii waraantoo_ilaaluu keessatti akka lakkoofsaatti argamu kenna.

Caasima

MATCH(UlaagaaBarbaachaa; WaraantooIlaaluu; Gosa)

UlaagaanBarbaachaa gatii waraantoo taree-qeenxee ykn tarjaa-qeenxee keessaa barbaadamuu qabudha.

WaraantoonIlaaluu wabii barbaadanedha. Waraantoon ilaaluu tarree ykn tarjaa qeenxee, ykn kutaa tarree ykn tarjaa qeenxee ta'uu ni danda'a.

Gosni gatiiwwan 1, 0, ykn -1 fudhachuu danda'a. Yoo Gosni = 1 ykn yoo ulaagaan dirqalaa kun hafe, tarjaan jalqabaa waraantoo barbaachaa jalaa ol akka tartiibeffametti ilaalama. Yoo Gosni = -1 tarjaan irraa gad akka tartiibeffametti ilaalama. Kun Maaykiroosooft Ekseelii keessatti faankishinii wal fakkaataa ilaallata.

If Type = 0, only exact matches are found. If the search criterion is found more than once, the function returns the index of the first matching value. Only if Type = 0 can you search for regular expressions (if enabled in calculation options) or wildcards (if enabled in calculation options).

Yoo Gosa = 1 ykn ulaagaan sadaffaa hafe, kasaan gatii dhumaa ulaagaa barbaachaa wajjiin walqixa ykn irra xiqqaa ta'e ni kennama. Kun Yeroo waraantoon barbaachaa hin tartiibofneyyu faayidaa irra ni oola. Gosa = -1f, lakkoofsi jalqabaa walqixa ykn guddaa ta'e ni keennama.

The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

Fakkeenya

=MATCH(200;D1:D100) naannoo D1:D100, gatii 200f, tajaa D dhaan tartiiba'e barbaada. Akkuma gatii kana bira ga'ametti, lakkoofsi tarree gatiin kun kun keessaa argame ni deebi'a. Yeroo tarjaa keessa barbaachi adeemsifamu yoo gatii guddaan argame, lakkoofsi tarree duraa ni deebi'a.

OFFSET

Gatii iddooda mandhee tarreewwanii fi tarjaawwan murta'aaniin tuqaa wabii kenname keessaa deebisa.

Caasima

OFFSET(Wabii; Tarreewwan; Tarjaawwan; Hojjaa; Dalgee)

Wabiin wabii faankishiniin wabii haaraa irraa barbaadudha.

Tarreewwan lakkoofsa tarreewwanii wabiin ittiin ol(gatii negetiivaa) ykn gad sirraa'edha.

Tarreewwan lakkoofsa tarreewwanii wabiin ittiin ol(gatii negetiivaa) ykn gad sirraa'edha.

Hojjaan (dirqala) hojjaa sarjaa bal'ina qubannoo wabii haaraa irratti jalqabuuti.

Dalgeen (dirqala) dalgee surdalaa bal'ina qubannoo wabii haaaraa irratti jalqabuuti.

Qajeelfamoonni Tarreewwan fi Tarjaawwan gara zeerootti ykn tarree jalqabaa negetiiviitti ykn tarjaatti deemsisuu hin qabu.

Qajeelfamoonni Hojjaa fi Dalgee gara zeerootti ykn tarree negetiiviidhaan lakkaawuutti ykn tarjaatti deemsisuu hin qabu.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

=OFFSET(A1;2;2) gatii mandhee C3 (A1 tarreewwan lamaa fi tarjaawwan lamaan gad hiiqe) kenna. Yoo C3n gatii 100 qabaate faankishiniin kun gatii 100 kenna.

=OFFSET(B2:C3;1;1) wabii B2:C3 tarree 1 fi tarjaa tokkoon gad hiiqe gara mirgaatti (C3:D4) kenna.

=OFFSET(B2:C3;-1;-1) wabii B2:C3 tarree 1 fi tarjaa tokkoon ol hiiqe gara bitaatti (A1:B2) kenna.

=OFFSET(B2:C3;0;0;3;4) wabii B2:C3 tarreewwan 3 fi tarjaawwan 4 (B2:E4)tti irra deebi'anii hamamtooman kenna.

=OFFSET(B2:C3;1;0;3;4) wabii B2:C3 tarree tokko gara tarreewwan 3 fi tarjaawwan 4tti irra deebi'ee hamamtoomeetiin (B2:E4) gara gadiitti hiiqe kenna.

=SUM(OFFSET(A1;2;2;5;6)) dimshaasha bal'inaa mandhee C3 keessatti jalqabu murteessa dabalataanis hojjaa tarreewwan 5 fi dalgee tarjaawwan 6 qaba (bal'ina=C3:H7).

Sajoo Yaaddannoo

If the width or height is included, the OFFSET function returns a range and thus must be entered as an array formula. If both the width and height are missing, a cell reference is returned.


ROW

Lakkoofsa tarree wabii man'ee kenna. Yoo wabiin mandhee ta'e lakkoofsi tarree mandhichaa ni deebi'a; yoo ulaagaan naannoo mandhee ta'e, yoo foormulaan akka waraantoo akka foormulaa waraantootti galeera ta'e lakkoofsonni tarree tarjaa qeenxee keessatti kennamu.Yoo faankishiniin ROW naannoo ulaagaa wabii keessa jiru foormulaa waraantoof hin fayyadne ta'e, lakkoofsi tarree man'ee jalqabaa naannoo sana keessa jiru qofti ni murtaa'a.

Caasima

ROW(wabii)

wabiin man'ee tokko, iddoo, ykn maqaa iddooti.

Yoo wabii hin agarsiisnee ta'e, lakkoofsi tarree mandhee foormulaan keessa seene ni argama. LibreOffice Calciin wabii ofumaan gara mandhee ammeetti qindeessa.

Fakkeenya

=ROW(B3) 3 deebisa sababni isaas wabiin tarree sadaffaa gabatee keessaa agarsiisa.

{=ROW(D5:D8)} waraantoo tarjaa-qeenxee (5, 6, 7, 8) deebisa sababni isaas wabiin adda ba'e tarreewwan 5 hanga 8 of keessatti qabata.

=ROW(D5:D8) 5 deebisa sababni isaaas faankishiniin ROW akka foormulaa waraantootti hin fayyadu dabalataanis lakkoofsi tarree jalqabaa wabii qofti ni deebi'a.

{=ROW(A1:E1)} fi =ROW(A1:E1) lamaan isaaniyyu 1 deebisu sababni isaas wabiin gabatee keessatti akka tarjaa jalqabaatti tarree 1 qofa qabata. (Sababni isaas naannoowwan tarree-qeenxee lakkoofsa tarree tokkoo formulaan akka foormulaa waraantootti fayyadus fayyaduu baatus garaagarummaa hin uumne qofa qaba.)

=ROW() yoo foormulaan tarree 3 keessa seene 3 deebisa.

{=ROW(Hilleensi)} yoo "Hilleensi" maqaa naannoo (C1:D3) ta'e waraantoo tarjaa-qeenxee (1, 2, 3) deebisa.

ROWS

Lakkoofsa tarreewwanii wabii ykn waraantoo keessaa deebisa.

Caasima

ROWS(Waraantoo)

Waraantoon wabii ykn naannoo maqaan itti moggaafame lakkoofsi dimshaashaa tarreewwan isaa murtaa'uu qabudha.

Fakkeenya

=Rows(B5) 1 deebisa sababni isaas mandheen tarree tokko qofa qabata.

=ROWS(A10:B12) 3 deebisa.

=ROWS(Hilleensi) Yoo "Hilleensi" maqaa naannoo (C1:D3) ta'e 3 deebisa.

SHEET

Lakkoofsa wardii wabii ykn diraa maqaa wardii bakka bu'u kenna. Yoo ulaagaalee kamiyyu hin galchine ta'e, firiin lakkoofsa wardii wardii foormulaa qabateedha.

Caasima

SHEET(Wabii)

Wabiin dirqalaa fi mandheef, naannoof, ykn diraa maqaa wardiidhaaf wabiidha.

Fakkeenya

=SHEET(Wardii.A1) yoo wardii2 galmee wardii keessatti wardii lammaffaa ta'e 2 kenna.

SHEETS

Lakkoofsa wardiiwwanii wabii keessa jiran murteessa. Yoo ulaagaalee kamiyyu hin galchine ta'e, lakkoofsa wardiiwwanii galmee ammee keessa jiran kenna.

Caasima

SHEEETS(Wabii)

Wabiin wabii wardii ykn naannoo ti. Ulaagaan kun dirqaladha.

Fakkeenya

=SHEETS(Sheet1.A1:Sheet3.G12) yoo wardii1, wardii2, fi wardii3 akka tartiiba agarsiifameetti jiraatan 3 kenna.

STYLE

Applies a style to the cell containing the formula. After a set amount of time, another style can be applied. This function always returns the value 0, allowing you to add it to another function without changing the value. Together with the CURRENT function you can apply a color to a cell depending on the value. For example: =...+STYLE(IF(CURRENT()>3;"red";"green")) applies the style "red" to the cell if the value is greater than 3, otherwise the style "green" is applied. Both cell formats, "red" and "green" have to be defined beforehand.

Caasima

STYLE("Haalata"; Yeroo; "Haalata2")

Haalatni maqaa haalata mandhee mandheetti moggaafameedha. Maqaawwan haalataa mallattoo waraabbii keessa taa'uu qabu.

Yeroon hangii yeroo sekondiitiinii dirqalaadha. Yoo ulaagaan kun hafe haalatni yeroon murtaa'e erga darbee booda jijjiiramuu hin dandaa'u.

Haalata2 maqaa dirqalaa haalata mandhee erga yeroon murtaa'ee darbee booda mandheetti moggaafamedha. Yoo ulaagaan kun hafe "durtiin" ni tilmaama.

In the LibreOffice Calc functions, parameters marked as "optional" can be left out only when no parameter follows. For example, in a function with four parameters, where the last two parameters are marked as "optional", you can leave out parameter 4 or parameters 3 and 4, but you cannot leave out parameter 3 alone.

Fakkeenya

=STYLE("Invisible";60;"Default") mandhee dhangii ifaa keessaa erga galmeen fe'amee ykn irra deebi'amee shallagamee booda sekondii 60f dhangi'ama, sana booda dhangiin durtii ni moggaafama. Dhangiiwwan mandhee lamaan isaaniiyyu dura ibsamuu qabu.

Since STYLE() has a numeric return value of zero, this return value gets appended to a string. This can be avoided using T() as in the following example:

="Text"&T(STYLE("myStyle"))

Fakkeenya biraaf dabalataan CURRENT()s ilaali.

VLOOKUP

Vertical search with reference to adjacent cells to the right. This function checks if a specific value is contained in the first column of an array. The function then returns the value in the same row of the column named by Index. If the Sorted parameter is omitted or set to TRUE or one, it is assumed that the data is sorted in ascending order. In this case, if the exact SearchCriterion is not found, the last value that is smaller than the criterion will be returned. If Sorted is set to FALSE or zero, an exact match must be found, otherwise the error Error: Value Not Available will be the result. Thus with a value of zero the data does not need to be sorted in ascending order.

The search supports regular expressions. You can enter "all.*", for example to find the first location of "all" followed by any characters. If you want to search for a text that is also a regular expression, you must precede every character with a \ character. You can switch the automatic evaluation of regular expression on and off in - LibreOffice Calc - Calculate.

Caasima

=VLOOKUP(SearchCriterion; Array; Index; Sorted)

UlaagaanBarbaachaa gatii jalqaba tarjaa waraantoof barbaadamudha.

Waraantoon wabii, yoo xiqqaate tarjaawwan lama qabatudha.

Kasaan lakkoofsa tarjaa waraantoo keessa jiru kan gatii kennamuu qabu of keessatti qabatudha. Tarjaan jalqabaa lakkoofsa 1 qaba.

Sorted is an optional parameter that indicates whether the first column in the array is sorted in ascending order. Enter the Boolean value FALSE or zero if the first column is not sorted in ascending order. Sorted columns can be searched much faster and the function always returns a value, even if the search value was not matched exactly, if it is between the lowest and highest value of the sorted list. In unsorted lists, the search value must be matched exactly. Otherwise the function will return this message: Error: Value Not Available.

Man'ee Duwwaa qabuu

Fakkeenya

You want to enter the number of a dish on the menu in cell A1, and the name of the dish is to appear as text in the neighboring cell (B1) immediately. The Number to Name assignment is contained in the D1:E100 array. D1 contains 100, E1 contains the name Vegetable Soup, and so forth, for 100 menu items. The numbers in column D are sorted in ascending order; thus, the optional Sorted parameter is not necessary.

Foormulaa armaan gadii B1 keessa galchi:

=VLOOKUP(A1;D1:E100;2)

Akkuma lakkoofsa A1 keessa galchiteen B1 barruu tarjaa lammaffaa wabii D1:E100 keessa jiru agarsiisa. Lakkoofsa hin jirre galchuun barruu lakkoofsa gadii itti aanu wajjiin mul'issa. Kana ittisuuf, foormulaa keessatti akka ulaagaa dhumaatti SOBA galchi kanaafuu yeroo lakkoofsi hin jirre seenu ergaan dogongoraa ni uumama.