Wardii Saagi

Wardii haaraa saaguuf filannoowwan fayyadamamuu qaban ibsa. Wardii haaraa uumuu, yookiin wardii faayilii keessa jiru saaguu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Insert Sheet.


Qubannoo

Wardii haaraan galmee ke keessa bakka kamitti akka saagamuu qabu adda baasa.

Wardii ammee dura

Wardii haaraa kallattiidhaan wardii ammee duratti saaga.Inserts a new sheet directly before the current sheet.

Wardii ammee booda

Wardii haaraa kallattidhaan wardii ammee boodatti saaga.

Uumi

Wardii haaraa yookiin wardii duraan ture, kamtu akka galmeetti saagame adda baasa.

Uumi

Wardii haaraa uuma.Maqaa wardii dirree Maqaa keessa galchi.Arfiiwwan eeyyamaman qubeewwan,lakkoofsota,iddoowwanii fi jalmurii arfiidha.

Lakkofsa Wardiiwwanii

Lakkoofsa wardiiwwan uumamuu qaqbanii adda baasa.

Maqaa

Maqaa wardii haaraa adda baasa.

Wardiilee Maqaa jijjiiruu

Faayilii irraa

Faayilii duraan ture irraa wardii gara galmee ammeetti saaga.

Sakatta'i

Faayilii filachuuf qaaqa bana.

Wardiiwwan jireessa

Yoo qabduu Sakatta'idhaan faayilii filatte,wardiiwwan isa keessa jiran sanduuqa tarree keessatti mul'atu.Wardii saagamuuf jiru sanduuqa tarree keessaa filadhu.

Walqabsiisi

Wardii akka garagalchaatti osoo hin taane akka quunnamsiistuutti saaguuf filadhu.