Cita Durargii Fuulaa

Display the page breaks and print ranges in the sheet. Choose View - Normal to switch this mode off.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Page Break.


Waa'ee wardii maxxansuu

Lakkoofsa fuulaa maxxansaaf qindeessuu

Halqarri baafata cita durargii fuulaa, citoota fuulaa gulaaluuf faankishinoota of keessatti qaba,filannoowwan armaan gadii of keessatti qabachuudhan:

Delete Page Breaks

Citoota hujeekaa hunda wardii ammee keessa jiran haqa.

Hangii Maxxansaa Ida'i

Man'eewwan filataman hangiiwwan maxxansaatti ida'a.