Man'eewwan haquu

Man'eewwan, tarjaawwan ykn tarreewwan hundumaa haqa. Man'eewwan garjalaa ykn garmirgaa man'eewwan haqamaniin bakkaduwwaa guutu. Hubadhu qaaqeen itti aanu yoo filatame filannoowwan haqaman ni kuufamu akkasumas deebi'anii fe'amu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Delete Cells.


Delete cells dialog

Filannoo

Naannoo kun filannoo wardiin tokko edda man'eewwan haqamaniin booda akkamitti akka mul'atan agarsiisa.

Man'eewwan ol jijjiiruu

Bakka duuwwaa uumame man'eewwan haqamaniin guuta.

Man'eewwan bitaa jijjiiruu

Bakka duuwwaa argaman man'eewwan gara mirgaa,man'eewwan haqamaniitti argamaniin guuta.

Tarree(wwan) hundaa haquu

Man'een takkallee edda filatamee booda,tarreewwan hundaa wardiirraa haqa.

Tarjaa(wwan) hundaa haquu

Man'een takkallee edda filatamee booda,tajaa hundaa wardiirraa haqa.