Qabeentota haquu

Man'ee si'aa'aa ykn hammangaa man'ee filatame keessaa qabeentota haqamuu qaban adda baasa. yoo wardiin baay'een filataman ,wardiiwwan filataman hunduu ni miidhamu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Sheet - Clear Cells.

Backspace


Sajoo Qaxxee

This dialog is also called by pressing Backspace after the cell cursor has been activated on the sheet.


Sajoo Qaxxee

Pressing Delete deletes content without calling the dialog or changing formats.


Sajoo Qaxxee

Qabeentota fi dhangiiwwan qaaqiidhaan alakabala waltawaa irratti balleessuuf muri fayyadamaa.


Filannoo

Naannoon kun qabeentota haqaman tarreessa.

Hunduma haquu

Qabeentota hundaa hammanga man'ee filatame irraa haqa

Barruu

barruu qofa haqa.Dhangoonni,formullaawwan,lakkoofsonni fi guyyoonni hin dhiibeffaman.

Lakkoofsota

Lakkoofsa qofa haqa.Dhangoonni fi foormullaa hin jijjiiraman.

Guyyaa fi yeroo

Gatii guyyaa fi yeroo haqa.Dhangiiwwan,barruu,lakkoofsonni fi formullaawwan hin jijjiiraman.

Foormulaawwan

Foormullaawwan haqa.Barruu,dhangiiwwan,guyyoota fi yeroon hin jijjiiraman.

Yaadota

Yaadota man'eewwanitti ida'aman haqa. Miseensonni biraa hunduu hin jijjiirraman.

Dhangiiwwan

Dhangiiwwan man'ee fayyadamuuf ga'ee qaban haqa.Qabeentaan man'ee hunduu hin jijjiiraman.

Wantoota

Wantoota haqa.Qabantaan man'ee hunduu hin jijjiiraman.