Guuti
Man'ee qabeentaadhaan ofumaa guuta
Baafatni LibreOffice halqara Calc man'ee guutuuf filannoo dabalataa qaba.
Wardii
Tarreewwan
Baafatoota halqaraa fayyadamuun man'ee guutuu:
-
Baafata halqaraa man'ee keessa yeroo qubatu waamiiti Tarree Filannoofiladhu.
-
Sanduuqni tarree barruu tarjaa ammee keessatti argaman hunda qabatu ni mul'ata. Barruun ABdhaan tartiiba qabata,galiinsi hedduun al takka qofa tartiibawu.
-
Man'ee irratti isa garagalchuuf galiinsa tarraa'e keessaa tokkoo isaa cuqaasi.