Irraantoo/Jalaantoo

Irraantotaa fi jalaantota ibsuufi dhangi'uu si dandeessisa.

Qaaqni Irraantotaa fi Jalaantotaa irraantotaafi jalaantota ibsuuf caancala qaba. Yoo filannoon Qabentaa bitaa/mirgaa walfakkaatu qaaqa Akkaataa Fuulaa keessatti milkataa'e irraantotaa fi jalaantota fuula bitaa fi mirgaaf caancalli garaagaraa jiraachuu ni danda'a.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Headers and Footers.


Irraantoo/Jalaantoo

Irraantoo yookiin jalaantoo akkaataa fuulaaf ibsa yookiin dhangi'a.

Reset

Resets changes made to the current tab to those applicable when this dialog was opened.