Maakroo

Maakroo yommuu godaayyaan, saxaatoon, yookiin wanti OLE object filataman akka raawwatamu barbaaddu filadhu. Wanta filatamerratti hundaa'uun,faankishinichi kan argamu Maakroo caancala Wanta qaaqu irratti, yookiin Maakroo Ramadi qaaqu keessatti dha.

Mudata

Mudatawwan maakroowwan wanta filamaniif ramadaman isaan barbaachisoo tarreessa.

Gabateen armaan gadii maakroowwanii fi mudata galmee keetiin walqabachuu danda'an ibsa.

Mudata

Mudata ceesisuu

Wanta OLE

Saxaatoo

Goodayya

Barruu ufmaa

Naannoo barruyyaa fakkaattii

Geessituu

Wanta cuqaasi

Wanti ni filatama.

βœ“

βœ“

βœ“

Hantuutee wantarraa

Hantuuteen wantarra sochooti.

βœ“

βœ“

βœ“

βœ“

βœ“

Geessituu Ceesisi

Geessituun wantaaf ramadame ni cuqaasama.

βœ“

βœ“

βœ“

βœ“

Hantuuteen wanta gaddhiisti

Hantuuteen wanta maqsiti.

βœ“

βœ“

βœ“

βœ“

βœ“

Milkaa'ina fe'ama saxaatoo

Saxaatoowwan guutummaatti fe'amaniiru.

βœ“

Fe'ii saxaatoo xumurame

Fe'iinsa saxaatoo fayyadamaadhaan dhaabbate (fakkeenyaaf, yeroo fuula naqachuu).

βœ“

Saxaatoo fe'uu dadhabuu

Saxaatoon guutumaan guututti hin fe'amne, fakkeenyaaf, yoo saxaatoon hin argamne.

βœ“

Naqa Arfiilee alpha.

Barruuleen gabatee cuqoo irraati galfamu.

βœ“

Arfiilee alpha malee galchuu.

Arfiileen maxxansalaa, fakkeenyaaf, caancaloota fi sarqurxawwan gabatee cuqoo irraati galfamu.

βœ“

Godayya jijjiiri.

Godayyi hantuuteedhaan jijjirama.

βœ“

Godayya sochoosi.

Godayyi hantuuteedhaan socho'a.

βœ“

Osoo barruun ufmaa hin sagamin.

Saanduqni barruu osoo hin sagamin.

βœ“

Erga barruun ufmaa sagamee booda.

Erga saanduqni barruu sagamee booda.

βœ“


Maakroowwan

Maakroo yommu mudatni filatame mudate akka raawwatamu barbaaddu fili.

Godayyi mudata faankishinii faana walqabsiisuuf si fayyada,kanumaanis faankishinichi mudata geggeessu yookiin LibreOffice Writer hubata.

Akaakuu

Galmeewwanii fi fayyadama open LibreOffice tarreessa.Maqaa bakka maakroowwan itti olkaawuu barbaadduu cuqaasi.

Maqaa maakroo

Maakroowwan jiran tarreessa. Maakroo wanta filatameef ramaduu barbaaddu cuqaasi.

Ramadi

Maakroo filatame mudata adda baafameef ramada. Galfatni maakroo mudata booda qindeeffamu.

Haqi

Maakroo wantoota filatamaniif ramadame haqa.

Filmata maakroo

Maakroo ramaduu barbaaddu filadhu.