GlobalScope

Bu'urri lakkadda maddaa fi qaaqawwanii sirna mankitaabaa keessaatti qindeeffamu.

Basic keessatti:

Qaaqa keessatti:

Qabiyyoon mankitaabaa lachuu sadarkaa raawwii fi galmee mara keessa jiru. Galmee Basic qabiyyoo mankitaabaa keessatti qabiyyoon galmee mankitaabaa ufmaan waamamu. Qabiyyoo mankitaabaa hundataa yoo galmee keessumatti waamuu barbaadde, Jefuraa Hundata tti fayyadamuu qabda.

caasimaa:

GlobalScope

Fakkeenya:

Fakkeenya galmee Basic keessa

' calling Dialog1 in the document library Standard

oDlgDesc = DialogLibraries.Standard.Dialog1

' calling Dialog2 in the application library Library1

oDlgDesc = GlobalScope.DialogLibraries.Library1.Dialog2