Shell Function

Yoo barbaachisaa ta'e, Raawwii biraa kaasuu fi haalata foddaa kanaan walqabatu ibsuu dha.

Caasimaa:

Shell (Pathname As String[, Windowstyle As Integer][, Param As String][, bSync])

Ulaagaalee:

Maqaa xurree

Xurree fi maqaa sagantaa, sagantaa ati kaasuu barbaadduu guuti.

Haalata foddaa

Himata itergaa dirqaalee isa haalata foddaa kan sagantaan keessatti raawwatu ifteessu dha. Gatiiwwan armaan gadii ni danda'amu:

0

Xiyyeeffannaan foddaa sagantaa dhokfame irra jira.

1

Xiyyeeffannaan foddaa sagantaa irra hammamtaa durtiitiin jira.

2

Xiyyeeffannaan, foddaa sagantaa xinneeffame irra jira.

3

Xiyyeeffannaan foddaa sagantaa guddaterra.

4

Hammamtaa foddaa sagantaa durtii, xiyyeeffannoo malee.

6

Foddaa sagantaa xinneeffame, xiyyeeffannaan foddaa ka'aarra tura.

10

Agarsiisa argii-guutuu.


Param

Himata diraa kamiyyuu kan sarara ajajaa isaa dabarsuu barbaaddu ifteessa.

bSync

Yoo gatiin kun true qindeeffame, ajajni qolaa fi dalagaawwan LibreOffice marti hanga hojiin qolaa xumuramutti ni eegu. Yoo gatiin isaa false qindeeffame, qolli kallattumaan deebi'a. Gatiin durtii isaa false dha.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

53 Faayilii hin argamne 53 Faayilii hin argamne 53 Faayilii hin argamne 53 Faayilii hin argamne 53 Faayilii hin argamne 53 Faayilii hin argamne

73 Kolatiin hin raawwatamu

Fakkeenya

Sub ExampleShellForWin

    Shell("c:\windows\calc.exe",2)

End Sub