InStr Function

Bakka diraa, diraa biroo keessatti argamuu deebisa.

Faankishiniin Instr bakka walfakkiin itti argame deebisa. Yoo diraan hin argamne, faankishinichi 0 deebisa.

caasimaa:

InStr ([Start As Long,] Text1 As String, Text2 As String[, Compare])

Gatii deebii:

intergaa

Ulaagaalee:

Start: Himata lakkoofsaa kan jalqaba barbaachuu qurxa diraa adda baafame, dira tokko keessaa agarsiisa. yoo ulaagaa kana dhiifte,barbaachi kan jalqabu arfii jalqabaa diraa irraati. 65535 gatii guddaa eeyyamamu dha.

Text1: Himata diraa kan ati barbaaduuf taatu dha.

Text2: Himata diraa kan ati barbaaduuf taatu dha.

Walmadaalli: Dirqaalee himata lakkoofsaa kanneen akaakuu wal madaallii ibsan walmadaalchisa. Gatiin ulaagaa kanaa 0 yookiin 1 ta'uu danda'a. Gatiin durtii 1 walmadaallii barruu kan gosa qubeerratti hin hundoofne ibsa. Gatiin 0'n walmadaallii lamee kan gosa qubeerratti hundaa'u ibsa.

Dogoggora sa'aa darbee dhabamsiisuuf; yoo ulaagaan deebii inni jalqabaa hin jiraanne, ulaagaa walmadaallii hin qindeessin.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExamplePosition

Dim sInput As String

Dim iPos As Integer

    sInput = "Office"

    iPos = Instr(sInput,"c")

    Print iPos

End Sub