Dheerina Diraa Gulaala

Faankishinoonni armaan gadii dheerina diraawwanii fi walmadaallii diraawwanii murteessu.

InStr Function

Bakka diraa, diraa biroo keessatti argamuu deebisa.

Len Function

Lakkoofsa arfiiwwanii kanneen diraa tokko keessa jiranii , yookiin lakkoofsa baayitii kanneen jijjiiramaa kuusuuf barbaachisan deebisa.

StrComp Function

Diraawwan lama waliin dorgomsiisuu fi gatii itergaa kan bu'aa wal dorgomsiisuu bakka bu'u deebisa.