UCase Function
Qubee xixiqqaa diraa keesaa gara qubee gurguddaatti jijjiira.
Dabalataan: Faankishinii LCase ilaali
Caasimaa:
UCase (Barruu akka diraatti)
Gatii deebii:
Diraa
Ulaagaalee:
Barruu: Himata diraa kamiyyuu kan akka jijjiiramu barbaaddu dha.
Fakkeenya:
Sub ExampleLUCase
Dim sVar As String
sVar = "Las Vegas"
Print LCase(sVar) REM returns "las vegas"
Print UCase(sVar) REM returns "LAS VEGAS"
End Sub