Right Function

Moggaa mirgaa arfiiwwan "n" himata diraa deebisa.

Dabalataan: Faankishinii Bitaa ilaali.

caasimaa:

Right (Text As String, n As Long)

Gatii deebii:

Diraa

Ulaagaalee:

Barruu: Himata diraa kanneen moggaa mirga diraa ta'anii akka deebi'an barbaaddu dha.

n: Himata lakkoofsaa kan hamma arfiilee akka siif deebi'an barbaaddu ibsu deebisa.Yoo n = 0 ta'e, diraa dheerinni isaa zeeroo ta'etu deebi'a. 65535 gatii eeyyamamaa isa guddaa dha.

Fakkeenyi armaan gadii haala guyyaa bifa YYYY-MM-DD tiin dhiyaatu gara bifa itti fayyadama US ((MM/DD/YYYY)) tti jijjiira.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleUSDate

Dim sInput As String

Dim sUS_date As String

    sInput = InputBox("Please input a date in the international format 'YYYY-MM-DD'")

    sUS_date = Mid(sInput, 6, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Right(sInput, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Left(sInput, 4)

    MsgBox sUS_date

End Sub