Mid Function, Mid Statement

Xiqqaa himata diraa adda baafamee deebisa (Mid function), yookiin xiqqaa himata diraa, diraa biraatiin bakka buusa (Hima Mid ).

caasimaa:

Mid (Text As String, Start As Long [, Length As Long]) or Mid (Text As String, Start As Long , Length As Long, Text As String)

Gatii deebii:

String (only by Function)

Ulaagaalee:

Barruu: Himata diraa kamiyyuu kan akka jijjiiramu barbaaddu dha.

Jalqaba: Himata lakkoofsaa kan bakka arfii diraa keessaa itti jalqabuu fi xiqqaan diraa ati bakka buusuuf ykn deebisuuf barbaaddu jalqabu agarsiisa.

Dheerina: Himata lakkoofsaa kan baay'ina arfiilee akka bakka bu'aman yookiin deebi'an barbaaddu deebisa. 65535 gatii guddaa isa eeyyamamaa dha.

Yoo dheerinni ulaagaa faankishinii Mid keessaa gatame, arfiileen jalqabaa haga xumura himata diraatti jiran marti ni deebi'u.

Yoo dheerinni ulaagaa Hima Mid keessaa irra xiqqaa dheerina barruu ati bakka buusuu barbaadduu ta'e, barruun kun gara dheerina beekkameetti gad-bu'a.

Barruu: Diraa himata diraa (Mid statement) bakka buusuudhaaf fayyadu dha.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleUSDate

Dim sInput As String

Dim sUS_date As String

    sInput = InputBox("Please input a date in the international format 'YYYY-MM-DD'")

    sUS_date = Mid(sInput, 6, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Right(sInput, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Left(sInput, 4)

    MsgBox sUS_date

End Sub