Left Function

Baay'ina arfiilee Moggaa bitaa kanneen himata diraa ibsan deebisa.

caasimaa:

Left (Text As String, n As Long)

Gatii deebii:

Diraa

Ulaagaalee:

Barruu: Himata diraa kanneen arfiilee moggaa bitaa irraa deebisuuf barbaaddu dha.

n: Himata lakkoofsaa kan baay'ina arfiilee akka deebi'an barbaadduu ibsa. Yoo n = 0 ta'e, Diraa dheerinni isaa zeeroo ta'etu deebi'a. Gatii eeyyamamaa inni guddaan 65535 dha.

Fakkeenyi armaan gadii haala guyyaa bifa YYYY.MM.DD irraa gara bifa MM/DD/YYYY tti jijjiira.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleUSDate

Dim sInput As String

Dim sUS_date As String

    sInput = InputBox("Please input a date in the international format 'YYYY-MM-DD'")

    sUS_date = Mid(sInput, 6, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Right(sInput, 2)

    sUS_date = sUS_date & "/"

    sUS_date = sUS_date & Left(sInput, 4)

    MsgBox sUS_date

End Sub