Qabiyyeewwan diraa gulaaluu
Faankishinoonni armaan gadii Qabiyyeewwan diraawwanii gulaalu, dhangi'u, fi hiriirsisu. Diraawwan direessuuf, qooyyaba &'tti fayyadami.
Lakkoofsa gara diraatti jijjiiree,dhangii ati fayyadamteen lakkoofsicha dhangi'a.
Qubeewwan gurguddoo diraa keessaa mara gara qubee xixiqqootti jijjiira.
Baay'ina arfiilee Moggaa bitaa kanneen himata diraa ibsan deebisa.
Diraa gara bitaa jijjiirama diraatti hiriirsisa, ykn jijjiramaa akaakuu hiika fayyadamaa tokkoo gara jijjiramaa akaakuu hiika fayyadamaa biraatti garagalcha.
Iddoowwan duraa mara jalqaba himata diraarra jiran haqa.
Xiqqaa himata diraa adda baafamee deebisa (Mid function), yookiin xiqqaa himata diraa, diraa biraatiin bakka buusa (Hima Mid ).
Moggaa mirgaa arfiiwwan "n" himata diraa deebisa.
Diraa jijjiirama diraa keessaa, gara mirgaatti hiriirsisuuf;yookiin akaakuu jijjiiramtoota
Iddoo xumura himata diraarra jiru balleessa.
Iddoowwan duraa fi boodaa, himata diraarraa haqa.
Qubee xixiqqaa diraa keesaa gara qubee gurguddaatti jijjiira.
Tarreeffama qurxa diraawwanii, himata diraarraa deebisa.
Diraa qurxa diraawwanii baay'ee, tarree diraa keessa jiran deebisa.
Maqaa faayilii sirna gara faayilii URL itti jijjiira.
Faayilii URL gara maqaa faayilii sirnatti jijjiiri