String Function

Akkaataa arfii ibsameen ,ykn arfii jalqabaa himata diraa kan faankishinichatti darbeetiin diraa uuma.

caasimaa:

String (n As Long, {expression As Integer | character As String})

Gatii deebii:

Diraa

Ulaagaalee:

n: Himata lakkoofsaa kan baay'ina arfiilee diraa keessatti deebi'anii agarsiisa. Gatiin guddaan n, 65535 dha.

Himata: Himata lakkofsaa kan lakkadda ASCII arfichaaf murteessu dha.

Arfii:Arfii qeenxee kamiyyuu kan diraa deebii ijaaruuf fayyade, ykn diraa kamiyyuu kan arfiin duraa isaa fayyadu dha.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleString

Dim sText As String

    sText = String(10,"A")

    MsgBox sText

    sText = String(10,65)

    MsgBox sText

End Sub