Chr Function

Arfii kan lakkadda arfii ibsameen walmadaalan deebisa.

caasimaa:

Chr(Expression As Integer)

Gatii deebii:

Diraa

Ulaagaalee:

Himata: Jijjiiramaawwan lakkoofsaa kanneen gatii ASCII laklamee 8 (0-255) sirrii ykn gatii yuniikoodii laklamee 16 bakka bu'ani dha.

Tartiiba to'annoo addaa gara maxxansaatti ykn madda bahaa birootti erguuf, faankishinii Chr$ tti fayyadami.Mallattoo waraabbii himata diraa keessa galchuufis faankishinii kanatti fayyadamuu ni dandeessa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleChr

    REM Fakkeenyi kun mallattoolee waraabbii(gatii ASCII 34) diraa keessa galcha.

    MsgBox "A "+ Chr$(34)+"short" + Chr$(34)+" trip."

    REM Qaaqa keessatti maxxansi isaa akka: karaa "short" fakkaata.

End Sub

ASC