Asc Function

Gatii ASCII (American Standard Code for Information Interchange) arfii jalqabaa himata diraa keessaa deebisa.

caasimaa:

Asc (Text As String)

Gatii deebii:

intergaa

Ulaagaalee:

Barruu: Himata diraa eeyyamamaa kamiyyuu. Arfiin jalqabaa diraa qofti barbaachisaa dha.

Furtoowwan gatiidhaan bakka buusuuf Faankishinii Asc'tti fayyadami.Yoo faankishiniin Asc diraa duwwaadhaan walquunname, LibreOffice Basic dogoggora sa'aa darbee gabaasa.Arfiilee ASCII laklamee 7 dabalatee,faankishiniin ASCII lakkaddawwan furtuu lakkadda ASCII keessaa kanneen maxxansamuu hin dandeenyes sakatta'uu ni danda'a. Faankishiniin kun arfiilee yuniikoodii laklamee 16's qabachuu ni danda'a.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleASC

    Print ASC("A") REM 65 deebisa

    Print ASC("Z") REM 90 deebisa

    Print ASC("Las Vegas") REM 76 deebisa, sababa arfiin jalqabaa qofti xiyyeeffannoo argateef

End Sub

CHR