Jijjiirraa ASCII/ANSI Diraatiin
Faankishinoonni armaan gadii diraawwan gara fi lakkaddaa ASCII ykn ANSI irraa jijjiiru.
Gatii ASCII (American Standard Code for Information Interchange) arfii jalqabaa himata diraa keessaa deebisa.
Arfii kan lakkadda arfii ibsameen walmadaalan deebisa.
Himata lakkoofsaa gara diraatti jijjiira.
Diraa gara himata lakkoofsaatti jijjiira.
Diraa ykn himata lakkoofsaa gara baayitii akaakuutti jijjiira.