Diraawwan

Faankishinoonni fi himoonni armaan gadii diraawwan gataa'essee deebisa.

Barruulee sagantaalee LibreOffice Basic keessaa gulaaluuf, diraawwanitti fayyadamuu ni dandeessa.

Jijjiirraa ASCII/ANSI Diraatiin

Faankishinoonni armaan gadii diraawwan gara fi lakkaddaa ASCII ykn ANSI irraa jijjiiru.

Qabiyyeewwan dabaluu

Faankishinoonni armaan gadii qabiyyeewwan diraawwanii irra deebi'u.

Qabiyyeewwan diraa gulaaluu

Faankishinoonni armaan gadii Qabiyyeewwan diraawwanii gulaalu, dhangi'u, fi hiriirsisu. Diraawwan direessuuf, qooyyaba &'tti fayyadami.

Dheerina Diraa Gulaala

Faankishinoonni armaan gadii dheerina diraawwanii fi walmadaallii diraawwanii murteessu.