Qooyyaboota walmadaallii

Qooyyabootni walmadaallii jiran armaan gaditti ibsamiiru.

Comparison Operators

Qooyyabootni walmadaallii himata lama walmadaalchisu. Bu'aan isaa akka himata Boolean kan walmadaalliin True (-1) ykn False (0) ta'e murteessee deebisa.