Erase Function

Qabiyyeewwan miseensota waraantoo gosa waraantoo hammamtaa dhaabbataa haquu ,fi kuufamoo gosa waraantoo hammamtaa jijjiramaan qabame gadlakkisiisuuf tajaajila.

caasimaa:

Tarreeffama waraantoo haqi.

Ulaagaalee:

Tarree waraantoo - Tarreeffama waraantoowwan haqamuuf jiranii.