IsMissing Function

Faankishiniinichi ulaagaa dirqaaleetiin waamamuu isaa qorata.

Dabalataan: Dirqaalee ilaali

caasimaa:

IsMissing( ArgumentName )

Ulaagaalee:

MaqaaQajeelfamaa: maqaa qajeelfama dirqaalee ti.

Yoo faankishiniin IsMissing ArgumentName dhaan waamame, Dhugaatu deebi'a.

Dabalataan Fakkeenyawwan ilaali.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu