FindPropertyObject Function

Wantootni maqaa wantaatti fayyadamuudhaan akka ulaagaa diraatti yeroo sa'aa darbee akka raawwatamu taasisa.

Fakkeenyaaf, ajajni armaan gadii:

MyObj.Prop1.Command = 5

Garee ajajaa inni ittiin walqabatu:

Dim ObjVar as Object

Dim ObjProp as Object

ObjName As String = "MyObj"

ObjVar = FindObject( ObjName As String )

PropName As String = "Prop1"

ObjProp = FindPropertyObject( ObjVar, PropName As String )

ObjProp.Command = 5

Maqaawwan yeroo sa'aa darbee bifa kamaatiin akka uumaman eeyyama. Fakkeenyaaf:

"TextEdit1" to "TextEdit5" in a loop to create five control names.

Dabalataan: WantBarbaadi ilaali

caasimaa:

FindPropertyObject( ObjVar, PropName As String )

Ulaagaalee:

ObjVar: Jijjiirama wantaa kan yeroo sa'aa darbee haala addaa addaatiin akka hiikamu barbaaddu dha.

PropName: Diraa maqaa amalaa yeroo sa'aa darbee raawwachuu barbaadduu ibsa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

12 Gegeeddaramaa ibsa hin qabne 12 Gegeeddaramaa ibsa hin qabne 12 Gegeeddaramaa ibsa hin qabne 12 Gegeeddaramaa ibsa hin qabne

14 Ulaagaa fashalaa 14 Ulaagaa fashalaa

52 Maqaa faayiylii yookiin lakkoofsa yaraa

57 Dogoggora mi`a I/O 57 Dogoggora mi`a I/O