IsObject Function

Wanta OLE ta'uu jijjiiramaa wantaa qorata. Yoo jijjiiramichi OLE wantaa ta'e, faankishinichi dhugaa deebisa; ta'uu baannan soba deebisa.

caasimaa:

IsObject (ObjectVar)

Gatii deebii:

Bool

Ulaagaalee:

ObjectVar: Jijjiiramaa kamiyyuu kan ati qorachuu barbaaddu dha. Yoo jijjiiramaan wantaa wanta OLE of keessaa qabaate, faankishinichi dhugaa deebisa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu