IsNull Function

Yoo jijjiiramaan gatii addaa Null qabaate,jijjiiramaan kan deetaa hin qabne ta'uu isaa agarsiisudhaan, basdaada.

caasimaa:

IsNull (Var)

Gatii deebii:

Bool

Ulaagaalee:

Var: Jijjiiramaa kamiyyuu kan ati basdaaduu barbaaddu dha. Yoo gatiin jijjiiramaa ni jira ta'e, faankishinichi dhugaa deebisa; Yoo hin jiru ta'e ammoo soba deebisa.

Null -Gatiin kun akaakuu cita deetaa qabiyyeewwan sirrii hin taaneef fayyada.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleIsNull

Dim vVar As Variant

    MsgBox IsNull(vVar)

End Sub