IsError Function
Yoo jijjiiramaan gatii dogoggoraa qabaate basdaada.
caasimaa:
IsError (Var)
Gatii deebii:
Bool
Ulaagaalee:
Var: Jijjiiramaa kamiyyuu kan ati basdaaduu barbaaddu dha. Yoo jijjiiramaan gatii dogoggoraa qabaate, faankishinichi dhugaa deebisa; Yoo dogoggora hin qabaatne ammoo soba deebisa.