DefCur Statement

Yoo arfiin akaakuu labsii ykn jefuraa hin ifteeffamne,himni DefCur akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessa,akkaataa hangii qubeen.

caasimaa:

Defxxx Characterrange1[, Characterrange2[,...]]

Ulaagaalee:

Hangiiarfii: Qubeewwan kan hangii jijjiiramtootaa kan akaakuu deetaa durtii qindeessuu barbaaddu ifteessan.

xxx: Jefuraan kan akaakuu jijjiiramaa durtii qindeessu:

Jefuraa: Akaakuu jijjiiramaa durtii

DefCur: Mahaallaqa

Fakkeenya:

REM hiika huddeelsoo akaakuu jijjiiramaaf:

DefBool b

DefDate t

DefDbl d

DefInt i

DefLng l

DefObj o

DefVar v

DefCur c

Sub ExampleDefCur

    cCur=Currency ' cCur is an implicit currency variable.

End Sub