CStr Function

Himannoo lakkoofsa kamuu gara himannoo diraatti jijjiira.

caasimaa:

CStr (Expression)

Gatii deebii:

Diraa

Ulaagaalee:

Himannoo: Diraa gataa'aa ykn himannoo lakkoofsaa kamuu kan geeddaruu barbaaddu.

Gosa Himannoo fi Jijjiirraa Deebii

Buuliyaanii :

Diraa kan True ykn False tti madaalu.

Guyyaa:

Diraa guyyaa fi yeroo qabu.

Homaa:

Dogongora Sa'aa Darbee

Duwwaa:

Diraa arfiiwwan malee

Kamuu:

Lakkoofsa walgitu akka diraatti.


Zeeroon dhuma lakkoofsa tuqaa bololiyaa diraa deebii keessattii hin dhuunfatamu.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleCSTR

Dim sVar As String

    MsgBox CDbl(1234.5678)

    MsgBox CInt(1234.5678)

    MsgBox CLng(1234.5678)

    MsgBox CSng(1234.5678)

    sVar = CStr(1234.5678)

    MsgBox sVar

End Sub