CSng Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu gosa deetaa baaqqetti jijjiira.

caasimaa:

CSng (Expression)

Gatii deebii:

Qeenxee

Ulaagaalee:

Himannoo: Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu geeddaruu barbaaddu.Himannoo diraa geeddaruuf,lakkoofsi dirqama akka barruu baratamaa ("123.5") tti gala, dhangii lakkoofsa durtii sirna dalagaa kee fayyadamuun.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleCSNG

    MsgBox CDbl(1234.5678)

    MsgBox CInt(1234.5678)

    MsgBox CLng(1234.5678)

    MsgBox CSng(1234.5678)

End Sub