Const Statement

Diraa akka seranaatti qindeessi.

caasimaa:

Const Text = Expression

Ulaagaalee:

Barruu: Maqaa seranaa kamuu kan jijjiirraa durtii moggaasa waliigalaa duuka bu'u.

Seranaan jijjiiramaa ta'e sagantaa dubbifaminaa fooyyessuuf gargaara. Seranoonni akkaataa jijjiiramaa murtaa'atti hin qindoofne, garuu lakkadda keessatti akka iddooqatti fayyada.Seranaa al tokko qofa qindeessuu dandeessa, haaromuu hin danda'u. Seranaa qindeessuuf hima armaan gadii fayyadam.

CONST ConstName=Expression

Akaakuun himannoo fudhatama hin qabu. Yoo sagantaan jalqabe, LibreOffice Basic lakkada sagantaa keessan jijjiira kanaaf serannaa yeroo fayyadama, himannoon qindeeffame bakka isaa bu'a.

Fakkeenya:

Sub ExampleConst

    Const iVar = 1964

    MsgBox iVar

    Const sVar = "Program", dVar As Double = 1.00

    MsgBox sVar & " " & dVar

End Sub