CInt Function

Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu itergaatti geeddari.

caasimaa:

CInt (Expression)

Gatii deebii:

intergaa

Ulaagaalee:

Expression: himannoo lakkoofsa kamuu kan geeddaruu barbaaddu.Yoo Himannoo gatii gidduu -32768 fi 32767 caale,LibreOffice Basic dogongara guutinsa darbaa gabaasa.Himannoo diraa geeddaruuf,lakkoofsi dirqama akka barruu baratamaa ("123.5") tti gala, dhangii lakkoofsa durtii sirna dalagaa kee fayyadamuun.

Faankishiiniin kun yeroo hunda qaama lakkoofsa entaa itergaa itti dhihaatutti siksa.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleCountryConvert

    MsgBox CDbl(1234.5678)

    MsgBox CInt(1234.5678)

    MsgBox CLng(1234.5678)

End Sub