CDbl Function

himannoo lakkoofsaa ykn himannoo diraa kamuu gara gosa dachaatti geeddari.

Caasimaa:

CDbl (Expression)

Gatii deebii

Dachaa

Ulaagaalee:

Himannoo: Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu geeddaruu barbaaddu.Himannoo diraa geeddaruuf,lakkoofsi dirqama akka barruu baratamaa ("123.5") tti gala, dhangii lakkoofsa durtii sirna dalagaa kee fayyadamuun.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:

Sub ExampleCountryConvert

    MsgBox CDbl(1234.5678)

    MsgBox CInt(1234.5678)

    MsgBox CLng(1234.5678)

End Sub