CCur Function

Himannoo diraa ykn himannoo lakkoofsaa gara himannoo mahaallaqaatti geeddari.Qubannaan gitoo biyyaa addaan baasaa kurnayee fi mallattoo mahaallaqaaf fayyade.

caasimaa:

CCur(Expression)

Gatii deebii:

Mahaallaqa

ulaagaa:

Himannoo:Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu geeddaruu barbaadde.